Pular para o conteúdo
Publicidade

ኤፌሶን 3:14-19

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ከዸትና ወረ ኤፌሶኒፍ ከዸተሜ

14 ሰበቢ ከናፍ አን ፉለ አባ ዱረት ነንጅልቤንፈዸ፤ 15 ማቲንሳ ወር ሰሚራፊ ወር ለፈራ ሁንድኑ መቃሳኒ እሰራ አርገቱ። 16 እን አኩመ በዻዹማ ኡልፍነሳት ከራ ሀፉረሳቲን ነሙማኬሰን ከን ኬሳ ሁምናን አከ ጭምሱፍ ነንከዸዸ፤ 17 አከ ክርስቶስስ ከራ አመንቲቲን ገራኬሰን ኬሰ ጅራቱፍ ነንከዸዸ። አከ እስን ህደ ገድ ፈጌፈተኒ ጃለላን ዻበተኒፍስ ነንከዸዸ፤ 18 እስንስ ጃለል ክርስቶስ ሀመም አከ በልአቱ፣ ሀመም አከ ዼረቱ፣ ሀመም አከ ኦል ፈጋቱፊ ሀመም አከ ገድ ፈጋቱ ቁልቁሎተ ሁንደ ወጅን ሁበቹዻፍ አከ ሁምነ ቀባተኒፍ፣ 19 አከ ጉተመ ዋቃ ሁንዳን ጉተምተኒፍስ ጃለለ ክርስቶስ ከን ቤኩምሳ ኦል ተኤ ሰነ አከ ቤክተኒፍ ነንከዸዸ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    14 Sababii kanaaf ani fuula Abbaa duratti nan jilbeenfadha; 15 maatiin isaa warri samii irraa fi warri lafa irraa hundinuu maqaa isaanii isa irraa argatu. 16 Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf nan kadhadha; 17 akka Kiristoosis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf nan kadhadha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis nan kadhadha; 18 isinis jaalalli Kiristoos hammam akka balʼatu, hammam akka dheeratu, hammam akka ol fagaatuu fi hammam akka gad fagaatu qulqulloota hunda wajjin hubachuudhaaf akka humna qabaattaniif, 19 akka guutama Waaqaa hundaan guutamtaniifis jaalala Kiristoos kan beekumsaa ol taʼe sana akka beektaniif nan kadhadha.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    14 Sababii kanaaf ani fuula Abbaa duratti nan jilbeenfadha; 15 maatiin isaa warri shamaayʼun irraa fi warri lafa irraa hundinuu maqaa isaanii isa irraa argatu. 16 Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf duʼaa nan godha; 17 akka Al-Masiihiinis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf duʼaa nan godha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis duʼaa nan godha; 18 isinis jaalalli Al-Masiihii hammam akka balʼatu, hammam akka dheeratu, hammam akka ol fagaatuu fi hammam akka gad fagaatu qulqulloota hunda wajjin hubachuudhaaf akka humna qabaattaniif, 19 akka guutama Allaaha hundaan guutamtaniifis jaalala Al-Masiihii kan beekumsaa ol taʼe sana akka beektaniif duʼaa nan godha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.