Pular para o conteúdo
Publicidade

ኤፌሶን 4:17-19

ONOCV New Oromo Contemporary Version

አከ እጆሌ እፋት ጅራቹ

17 ከናፉ አን ዋን ከነ እስንት ነንህመ፤ መቃ ጎፍታቲንስ ጀቤሴ እስንት ነንዱበዸ፤ እስን ስአች አከ ነሞትን ኦርማ ወር ያድንሳኒ ፋይዳ ህንቀብኔ ሱን ጅራተንት ህንጅራትና። 18 ሰበቢ መተ ጀብነሳኒቲንስ ዋን ወላሉማን እሳን ኬሰ ጅሩፍ ሁበትናንሳኒ ዱከኔፈሜረ፤ ጅሬኘ ዋቃ ኬሳስ በአኒሩ። 19 እሳንስ ዋን ቀልቢንሳኒ ሀዶዴፍ ሀመ ጡራኡማ ጎሰ ሁንዳ ኬሰ ገለንት ሰሰቱማን ጉተመን።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    17 Kanaafuu ani waan kana isinitti nan hima; maqaa Gooftaatiinis jabeessee isinitti nan dubbadha; isin siʼachi akka Namoonni Ormaa warri yaadni isaanii faayidaa hin qabne sun jiraatanitti hin jiraatinaa. 18 Sababii mata jabina isaaniitiinis waan wallaalummaan isaan keessa jiruuf hubannaan isaanii dukkaneeffameera; jireenya Waaqaa keessaas baʼaniiru. 19 Isaanis waan qalbiin isaanii hadoodeef hamma xuraaʼummaa gosa hundaa keessa galanitti sassattummaan guutaman.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    17 Kanaafuu ani waan kana isinitti nan hima; maqaa Gooftaatiinis jabeessee isinitti nan dubbadha; isin siʼachi akka Namoonni Ormaa warri yaadni isaanii faayidaa hin qabne sun jiraatanitti hin jiraatinaa. 18 Sababii mata jabina isaaniitiinis waan wallaalummaan isaan keessa jiruuf hubannaan isaanii dukkaneeffameera; jireenya Allaaha keessaas baʼaniiru. 19 Isaanis waan qalbiin isaanii hadoodeef hamma xuraaʼummaa gosa hundaa keessa galanitti sassattummaan guutaman.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.