3 ገሩ ዋኤን ሀለሉማ ዮካን ጡራኡማ ጎሰ ከሚዩ ዮካን ዋኤን ዶቅኑማ ግዱኬሰንት ህንዸገአምን፤ ወን አከሲ ቁልቁሎተ ዋቃ ብረት ህንበርባችሱቲ።
11 ሆጂ ዱከና ከን እጀ ህንቀብኔ ሳጥላ መሌ እረት ህንህርማትና። 12 ዋን እሳን እጪቲን ሆጄተን ዱበቹንዩ ቃኒዻቲ።
3 ገሩ ዋኤን ሀለሉማ ዮካን ጡራኡማ ጎሰ ከሚዩ ዮካን ዋኤን ዶቅኑማ ግዱኬሰንት ህንዸገአምን፤ ወን አከሲ ቁልቁሎተ ዋቃ ብረት ህንበርባችሱቲ።
11 ሆጂ ዱከና ከን እጀ ህንቀብኔ ሳጥላ መሌ እረት ህንህርማትና። 12 ዋን እሳን እጪቲን ሆጄተን ዱበቹንዩ ቃኒዻቲ።
3 Garuu waaʼeen halalummaa yookaan xuraaʼummaa gosa kamii iyyuu yookaan waaʼeen doqnummaa gidduu keessanitti hin dhagaʼamin; wanni akkasii qulqulloota Waaqaa biratti hin barbaachisuutii.
11 Hojii dukkanaa kan ija hin qabne saaxilaa malee irratti hin hirmaatinaa. 12 Waan isaan icciitiin hojjetan dubbachuun iyyuu qaaniidhaatii.
3 Garuu waaʼeen halalummaa yookaan xuraaʼummaa gosa kamii iyyuu yookaan waaʼeen doqnummaa gidduu keessanitti hin dhagaʼamin; wanni akkasii qulqulloota Allaaha biratti hin barbaachisuutii.
11 Hojii dukkanaa kan ija hin qabne saaxilaa malee irratti hin hirmaatinaa. 12 Waan isaan icciitiin hojjetan dubbachuun iyyuu qaaniidhaatii.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.