እጆሌፊ ወረሳኒ
1 ያ እጆሌ፣ ጎፍታፍ ጄዻቲ አቦቲፊ ሃዾተኬሰኒፍ አጀጀማ፤ ኩን ቀጄላዻቲ። 2 አጀጅን ጀልቀባ ከን ዋዳ ቀቡ፣ "አባኬቲፊ ሃዸኬቲፍ ኡልፍነ ኬን" ጄዸ፤ 3 ኩንስ፣ "አከ ስት ቶሉፊ አከ ለፈረ በረ ዼራ ጅራቱፍ።"6፥3 ኬዴ 5፥16

1 Yaa ijoolle, Gooftaaf jedhaatii abbootii fi haadhota keessaniif ajajamaa; kun qajeelaadhaatii. 2 Ajajni jalqabaa kan waadaa qabu, "Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni" jedha; 3 kunis, "Akka sitti toluu fi akka lafa irra bara dheeraa jiraattuuf."6:3 KeD 5:16

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.