Pular para o conteúdo
Publicidade

ኤፌሶን 6:20

ONOCV New Oromo Contemporary Version

20 ወንጌል ኩንስ እሱመ አን እሳፍ ጄዼ ኤርገማ ተኤ ፎንጫን ህዸሜዸ። እስንስ አከ አን አኩመ ነራ ኤገሙት ሶዳ መሌ እሰ ለለቡ ደንደኡፍ ናፍ ከዸዻ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    20 wangeelli kunis isuma ani isaaf jedhee ergamaa taʼee foncaan hidhamee dha. Isinis akka ani akkuma narraa eegamutti sodaa malee isa lallabuu dandaʼuuf naa kadhadhaa.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    20 injiilli kunis isuma ani isaaf jedhee ergamaa taʼee foncaan hidhamee dha. Isinis akka ani akkuma narraa eegamutti sodaa malee isa lallabuu dandaʼuuf duʼaa naa godhaa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.