16 "ዸቂቲ ይሁዶተ ሱሳ ኬሰ ጅረን ሁንደ ወልት ቀቢቲ ና ሶማ። ቡልቲ ሰዲ፣ ጉያ ዮካን ሀልከንሌ ሆማ ህንኛትና ዮካን ሆማ ህንዹግና። አኒፊ ዱበርቶትን ተጃጅልቶትንኮዩ አኩመኬሰን ንሶምነ። ዮ አከስ ተኤ ወን ኩን ሴራን አለ ተኡሌ አን ገረ ሞትቻ ነንዸቀ። አን ዮን በዴስ ነንበደ።"
አስቴር 4:16
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
16 "Dhaqiitii Yihuudoota Suusaa keessa jiran hunda walitti qabiitii naa soomaa. Bultii sadii, guyyaa yookaan halkan illee homaa hin nyaatinaa yookaan homaa hin dhuginaa. Anii fi dubartoonni tajaajiltoonni koo iyyuu akkuma keessan ni soomna. Yoo akkas taʼe wanni kun seeraan ala taʼu illee ani gara mootichaa nan dhaqa. Ani yoon bades nan bada."
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
16 "Dhaqiitii Yihuudoota Suusaa keessa jiran hunda walitti qabiitii naa soomaa. Bultii sadii, guyyaa yookaan halkan illee homaa hin nyaatinaa yookaan homaa hin dhuginaa. Anii fi dubartoonni tajaajiltoonni koo iyyuu akkuma keessan ni soomna. Yoo akkas taʼe wanni kun seeraan ala taʼu illee ani gara mootichaa nan dhaqa. Ani yoon bades nan bada."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.