13 ጉያ እት ኣኑት ሙሴን ሰባፍ ሙርቲ ኬኑፍ ታኤ፤ ሰብን ሱንስ ገነማ ሀመ ገልገላት ናኖሳ ዻበቴ። 14 አባን ኒቲሳስ ዮሙ ዋን ሙሴን ሰባፍ ሆጄቱ ሁንደ አርጌት፣ "ወን አት ሰባፍ ሆጄቱ ኩን ማል? አት ማሊፍ ኮጳኬ ቴሴ ሰብን ኩንሞ ገነማ ሀመ ገልገላት ናኖኬ ዸዻበተ?" ጄዼ።
በኡ 18:13,14
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Guyyaa itti aanutti Museen sabaaf murtii kennuuf taaʼe; sabni sunis ganamaa hamma galgalaatti naannoo isaa dhaabate. 14 Abbaan niitii isaas yommuu waan Museen sabaaf hojjetu hunda argetti, "Wanni ati sabaaf hojjettu kun maali? Ati maaliif kophaa kee teessee sabni kun immoo ganamaa hamma galgalaatti naannoo kee dhadhaabata?" jedhe.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
13 Guyyaa itti aanutti Muusaan sabaaf murtii kennuuf taaʼe; sabni sunis ganamaa hamma galgalaatti naannoo isaa dhaabate. 14 Abbaan niitii isaas yommuu waan Muusaan sabaaf hojjetu hunda argetti, "Wanni ati sabaaf hojjettu kun maali? Ati maaliif kophaa kee teessee sabni kun immoo ganamaa hamma galgalaatti naannoo kee dhadhaabata?" jedhe.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.