Pular para o conteúdo
Publicidade

በኡ 18:17,18

ONOCV New Oromo Contemporary Version

17 አባን ኒቲ ሙሴ አከነ ጄዼ ዴብሴ፤ "ወን አት ጎቱ ኩን ጋሪ ምት። 18 አቲፊ ሰብን ስ ብረ ዹፉ ኩን አከሱማን ኦፍ ደዸብሲፍቱ። ሆጂን ኩንስ አከ መሌ ስት ኡልፋተ፤ አት ኮጳኬ ሆጄቹ ህንደንዴሱ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    17 Abbaan niitii Musee akkana jedhee deebise; "Wanni ati gootu kun gaarii miti. 18 Atii fi sabni si bira dhufu kun akkasumaan of dadhabsiiftu. Hojiin kunis akka malee sitti ulfaata; ati kophaa kee hojjechuu hin dandeessu.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    17 Abbaan niitii Muusaa akkana jedhee deebise; "Wanni ati gootu kun gaarii miti. 18 Atii fi sabni si bira dhufu kun akkasumaan of dadhabsiiftu. Hojiin kunis akka malee sitti ulfaata; ati kophaa kee hojjechuu hin dandeessu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.