Pular para o conteúdo
Publicidade

በኡ 18:21,22

ONOCV New Oromo Contemporary Version

21 ከነ መሌስ አት ሰበ ሁንደ ኬሳ ነሞተ ደንዴቲ ቀበን ጄቹንስ፣ ነሞተ ዋቀ ሶዳተን፣ ነሞተ አመነሞ ከኔን መተኣ ጅበን ፍለዹቲ አጀጁወን ኩማ፣ አጀጁወን ዽባ፣ አጀጁወን ሸንተማቲፊ አጀጁወን ኩዸኒ ጎዺ ሙደዹ። 22 እሳን ዬሮ ሁንደ ሰባፍ ሙርቲ ሃኬነን፤ ዱቢ ጭማ ሁንደ ገሩ ስት ሃፍደን፤ ዱቢ ላዮሞ ኦፉማን ሃሙርቴሰን። ኩን በኣኬ ሲፍ ሰልጵሰ፤ እሳን ስ ወጅን በኣ ንባቱቲ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    21 Kana malees ati saba hunda keessaa namoota dandeetii qaban jechuunis, namoota Waaqa sodaatan, namoota amanamoo kanneen mattaʼaa jibban filadhuutii ajajjuuwwan kumaa, ajajjuuwwan dhibbaa, ajajjuuwwan shantamaatii fi ajajjuuwwan kudhanii godhii muudadhu. 22 Isaan yeroo hunda sabaaf murtii haa kennan; dubbii cimaa hunda garuu sitti haa fidan; dubbii laayyoo immoo ofumaan haa murteessan. Kun baʼaa kee siif salphisa; isaan si wajjin baʼaa ni baatuutii.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    21 Kana malees ati saba hunda keessaa namoota dandeetii qaban jechuunis, namoota Allaah sodaatan, namoota amanamoo kanneen mattaʼaa jibban filadhuutii ajajjuuwwan kumaa, ajajjuuwwan dhibbaa, ajajjuuwwan shantamaatii fi ajajjuuwwan kudhanii godhii muudadhu. 22 Isaan yeroo hunda sabaaf murtii haa kennan; dubbii cimaa hunda garuu sitti haa fidan; dubbii laayyoo immoo ofumaan haa murteessan. Kun baʼaa kee siif salphisa; isaan si wajjin baʼaa ni baatuutii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.