Pular para o conteúdo
Publicidade

ገላትያ 5:16,22-24

ONOCV New Oromo Contemporary Version

16 ከናፉ አን፣ "ሀፉራን ጅራዻ፤ ዮስ ሀዊ ፎኒ ህንጉተኒቲ" ጄዸ።

22 እጅ ሀፉራ ገሩ ጃለለ፣ ገመቹ፣ ነጋ፣ ኦብሰ፣ አርጁማ፣ ጋሩማ፣ አመነሙማ፣ 23 ገራሙማፊ ኦፍ ቀቡዸ። ሴር ዋን አከና ሞርሙስ ህንጅሩ። 24 ወር ከን ክርስቶስ ዬሱስ ተአንሞ ፎን ፌዺሳቲፊ ሀዊሳ ወጅን ፈንሰኒሩ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    16 Kanaafuu ani, "Hafuuraan jiraadhaa; yoos hawwii foonii hin guuttaniitii" jedha.

    22 Iji Hafuuraa garuu jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, arjummaa, gaarummaa, amanamummaa, 23 garraamummaa fi of qabuu dha. Seerri waan akkanaa mormus hin jiru. 24 Warri kan Kiristoos Yesuus taʼan immoo foon fedhii isaatii fi hawwii isaa wajjin fannisaniiru.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    16 Kanaafuu ani, "Hafuuraan jiraadhaa; yoos hawwii foonii hin guuttaniitii" jedha.

    22 Iji Hafuuraa garuu jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, arjummaa, gaarummaa, amanamummaa, 23 garraamummaa fi of qabuu dha. Seerri waan akkanaa mormus hin jiru. 24 Warri kan Al-Masiihi Iisaa taʼan immoo foon fedhii isaatii fi hawwii isaa wajjin fannisaniiru.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.