34 ከነረት ያቆብ ኡፈተ ኦፊሳ ተርሳሴ፤ ወያ ገዳ ሙዺት ህዸቴ ጉያ ባይኤ እልመሳቲፍ ገዴ። 35 እልማንሳቲፊ እንተለንሳ ሁንድኑ እሰ ጀጀቤሱፍ ከአን፤ እን ገሩ ጀጀባቹ ድዴ፣ "ለኪ አን ገዳ ገረ እልመኮ ሲኦልት ገድ ቡአ" ጄዼ። አከሲን አባንሳ ንቦኤፍ።
Publicidade
ኡመመ 37:34,35
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
34 Kana irratti Yaaqoob uffata ofii isaa tarsaase; wayyaa gaddaa mudhiitti hidhatee guyyaa baayʼee ilma isaatiif gadde. 35 Ilmaan isaatii fi intallan isaa hundinuu isa jajjabeessuuf kaʼan; inni garuu jajjabaachuu didee, "Lakkii ani gaddaa gara ilma koo siiʼoolitti gad buʼa" jedhe. Akkasiin abbaan isaa ni booʼeef.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
34 Kana irratti Yaaʼikuub uffata ofii isaa tarsaase; wayyaa gaddaa mudhiitti hidhatee guyyaa baayʼee ilma isaatiif gadde. 35 Ilmaan isaatii fi intallan isaa hundinuu isa jajjabeessuuf kaʼan; inni garuu jajjabaachuu didee, "Lakkii ani gaddaa gara ilma koo siiʼoolitti gad buʼa" jedhe. Akkasiin abbaan isaa ni booʼeef.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.