39 ፈረኦንስ ዮሴፊን አከነ ጄዼ፤ "ኤርገ ዋቅን ዋን ከነ ሁንደ ስት ሙልእሴ፣ ነምን አከኬ ሁበታፊ ቤካ ተኤ ቶኮዩ ህንጅሩ። 40 አት መሰራኮረት እት ጋፈተማ ታተ፤ ሰብንኮ ሁንድኑስ አጀጀኬ ጀለት ቡለ። አን ኡልፍነ ቴሶ ቆፋን ስ ጫለ።"
Publicidade
ኡመመ 41:39,40
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
39 Faraʼoonis Yoosefiin akkana jedhe; "Erga Waaqni waan kana hunda sitti mulʼise, namni akka kee hubataa fi beekaa taʼe tokko iyyuu hin jiru. 40 Ati masaraa koo irratti itti gaafatamaa taata; sabni koo hundinuus ajaja kee jalatti bula. Ani ulfina teessoo qofaan si caala."
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
39 Faraʼoonis Yuusufiin akkana jedhe; "Erga Allaahan waan kana hunda sitti mulʼise, namni akka kee hubataa fi beekaa taʼe tokko iyyuu hin jiru. 40 Ati masaraa koo irratti itti gaafatamaa taata; sabni koo hundinuus ajaja kee jalatti bula. Ani ulfina teessoo qofaan si caala."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.