2 ኮታ ዬሱስ እሰ ጀልቀባፊ ፊጣን ባሳ አመንቲኬኛ ተኤ ሰነረ እጀኬኘ ካአትና። እንስ ገመቹ ፉለሳ ዱረ ጅሩፍ ጄዼ ቃኒ ፈኖ ቱፈቹን ፈኖ ኦብሴ ምርገ ቴሶ ዋቃ ታኤ።
Publicidade
እብሮተ 12:2
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
2 kottaa Yesuus isa jalqabaa fi fiixaan baasaa amantii keenyaa taʼe sana irra ija keenya kaaʼannaa. Innis gammachuu fuula isaa dura jiruuf jedhee qaanii fannoo tuffachuun fannoo obsee mirga teessoo Waaqaa taaʼe.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
2 kottaa Iisaa isa jalqabaa fi fiixaan baasaa amantii keenyaa taʼe sana irra ija keenya kaaʼannaa. Innis gammachuu fuula isaa dura jiruuf jedhee qaanii fannoo tuffachuun fannoo obsee mirga teessoo Allaaha taaʼe.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.