15 ኑ ሉበ ኦል ኣና ደዸቢኬኘ ኬሰት ገራ ኑ ህንላፍኔ ህንቀብኑቲ፤ ገሩ ከን ዋን ሁንዳን አኩመኬኘ ቆረሜ ቀብነ፤ ተኡስ እን ጩቡ ህንሆጄትኔ። 16 ከናፉ አከ አራረ አርገትኑፊ አከ አያነ ዬሮ ኑ በርባችሱት ኑ ገርጋሩ አርገትኑፍ ኮታ ገረ ቴሶ አያናት ሶዳ መሌ ዽኣትና።
Publicidade
እብሮተ 4:15,16
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
15 Nu luba ol aanaa dadhabbii keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan akkuma keenya qorame qabna; taʼus inni cubbuu hin hojjenne. 16 Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti sodaa malee dhiʼaannaa.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
15 Nu luba ol aanaa dadhabbii keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan akkuma keenya qorame qabna; taʼus inni cubbuu hin hojjenne. 16 Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti sodaa malee dhiʼaannaa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.