Pular para o conteúdo
Publicidade

ይሁዳ 1:3

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ጩቡፊ በዲሰ ወረ ዋቃፍ ህንቡሌ

3 ያ ምቾተ፣ አን ዋኤ ፈይነ ኑ ወሊ ወጅን ቆደኑ ከና እስኒፍ በሬሱፍ ጉድሴ ነንሀወን ቱሬ፤ ገሩ አከ እስን አመንቲ ዬሮ ቶኮ በረ በራን ቁልቁሎተ ዋቃት እማና ኬነሜ ሰናፍ ጀባተኒ ሎልተኒፍ እስኒፍ በሬሴ እስን ጎርሱን በርባችሳ ነት ፈካቴ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    3 Yaa michoota, ani waaʼee fayyina nu walii wajjin qooddannu kanaa isiniif barreessuuf guddisee nan hawwan ture; garuu akka isin amantii yeroo tokko bara baraan qulqulloota Waaqaatti imaanaa kenname sanaaf jabaattanii loltaniif isiniif barreessee isin gorsuun barbaachisaa natti fakkaate.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    3 Yaa michoota, ani waaʼee fayyina nu walii wajjin qooddannu kanaa isiniif barreessuuf guddisee nan hawwan ture; garuu akka isin amantii yeroo tokko bara baraan qulqulloota Allaahatti imaanaa kenname sanaaf jabaattanii loltaniif isiniif barreessee isin gorsuun barbaachisaa natti fakkaate.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Judas
Ver todos os capítulos de Judas