Pular para o conteúdo
Publicidade

ዮሀንስ 11:33,35,38

ONOCV New Oromo Contemporary Version

33 ዬሱስስ ዮሙ ቦኡሼ፣ ይሁዶትን እሼ ወጅን ዹፈንስ ቦኡሳኒ አርጌት ሀፉራን አከ መሌ ጄቀሜ፤ ንዽጰቴስ።

35 ዬሱስስ እምማን ዸንገላሴ።

ዬሱስ አልኣዛርን ዱኣ ካሴ

38 ዬሱስ አመስ አከ መሌ ጄቀሜ ገረ አዋለ ሰና ዸቄ። አዋል ሱንስ ሆልቀ በልበልሳ ዸጋዻን ጩፈሜ ቶኮ ቱሬ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    33 Yesuusis yommuu booʼuu ishee, Yihuudoonni ishee wajjin dhufanis booʼuu isaanii argetti hafuuraan akka malee jeeqame; ni dhiphates.

    35 Yesuusis imimmaan dhangalaase.

    38 Yesuus ammas akka malee jeeqamee gara awwaala sanaa dhaqe. Awwaalli sunis holqa balballi isaa dhagaadhaan cufame tokko ture.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    33 Iisaanis yommuu booʼuu ishee, Yihuudoonni ishee wajjin dhufanis booʼuu isaanii argetti hafuuraan akka malee jeeqame; ni dhiphates.

    35 Iisaanis imimmaan dhangalaase.

    38 Iisaan ammas akka malee jeeqamee gara qabrii sanaa dhaqe. Qabriin sunis holqa balballi isaa dhagaadhaan cufame tokko ture.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.