Pular para o conteúdo
Publicidade

ማርቆስ 7:10-13

ONOCV New Oromo Contemporary Version

10 ሙሴን፣ ‘አባኬቲፊ ሃዸኬቲፍ ኡልፍነ ኬን፤7፥10 በኡ 20፥12፤ ኬዴ 5፥16 ነምን አባሳ ዮካን ሃዸሳ አረብሱ ከምዩ ሃአጄፈሙ’7፥10 በኡ 21፥17፤ ሌዎ 20፥9 ጄዼራቲ። 11 እስን ገሩ ዮ ነምን ከምዩ አከ ወን ስላ አባሳ ዮካን ሃዸሳ ገርጋሩፍ ኦሉ ቁርባነ ጄቹንስ ዋቃፍ ኬነሜረ ጄዼ ዱበቴ፣ 12 እስን አከ እን አባሳቲፍ ዮካን ሃዸሳቲፍ ዋን ቶኮሌ ጎዹ ስአች ህንኤየምተኒፍ። 13 አከናንስ ዱዻኬሰን እሰ ወልት ደበርስተን ሰናን ዱቢ ዋቃ ቡሼስቱ። ዋን አከና ባይኤስ ንሆጄቱ።"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    10 Museen, ‘Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni;7:10 Bau 20:12; KeD 5:16 namni abbaa isaa yookaan haadha isaa arrabsu kam iyyuu haa ajjeefamu’7:10 Bau 21:17; Lew 20:9 jedheeraatii. 11 Isin garuu yoo namni kam iyyuu akka wanni silaa abbaa isaa yookaan haadha isaa gargaaruuf oolu Qurbaana jechuunis Waaqaaf kennameera jedhee dubbate, 12 isin akka inni abbaa isaatiif yookaan haadha isaatiif waan tokko illee godhu siʼachi hin eeyyamtaniif. 13 Akkanaanis duudhaa keessan isa walitti dabarsitan sanaan dubbii Waaqaa busheessitu. Waan akkanaa baayʼees ni hojjetu."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    10 Muusaan, ‘Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni;7:10 Bau 20:12; KeD 5:16 namni abbaa isaa yookaan haadha isaa arrabsu kam iyyuu haa ajjeefamu’7:10 Bau 21:17; Lew 20:9 jedheeraatii. 11 Isin garuu yoo namni kam iyyuu akka wanni silaa abbaa isaa yookaan haadha isaa gargaaruuf oolu Qurbaana jechuunis Allaahaf kennameera jedhee dubbate, 12 isin akka inni abbaa isaatiif yookaan haadha isaatiif waan tokko illee godhu siʼachi hin eeyyamtaniif. 13 Akkanaanis duudhaa keessan isa walitti dabarsitan sanaan dubbii Allaaha busheessitu. Waan akkanaa baayʼees ni hojjetu."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.