10 አከ መነኮ ኬሰ ኛትን ጅራቱፍ፣ ኩዸን ኬሰ ቶኮ ጉቱማት ጎምብሳት ገልቻ። ከናን ነ ቆራቲ አከ አን ከረ ቡርቃ ሰሚ በኔ ሀመ እስን እዶ እት ኩፈተን ዸብደንት ኤበ ጉዳ እስኒፍ ህንሮብስኔ እላላ" ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።
Publicidade
ሚልክያስ 3:10
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
10 Akka mana koo keessa nyaanni jiraatuuf, kudhan keessa tokko guutummaatti gombisaatti galchaa. Kanaan na qoraatii akka ani karra burqaa samii banee hamma isin iddoo itti kuufattan dhabdanitti eebba guddaa isiniif hin roobsine ilaalaa" jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
10 Akka mana koo keessa nyaanni jiraatuuf, kudhan keessa tokko guutummaatti gombisaatti galchaa. Kanaan na qoraatii akka ani karra burqaa shamaayʼun banee hamma isin iddoo itti kuufattan dhabdanitti eebba guddaa isiniif hin roobsine ilaalaa" jedha Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.