Pular para o conteúdo
Publicidade

ማቴዎስ 23:15,33

ONOCV New Oromo Contemporary Version

15 "ያ በርሲስቶተ ሴራቲፊ ፈሪሶተ ፈኬስቶተነነ፣ እስኒፍ ወዮ! ነመ ቶኮ አመንቲኬሰንት ገልፈቹፍ ጄተኒ ለፋፊ ገላነረ ጆርቱ፤ ዮሙ እን አመኑትስ አከ እን እስን ጫላ ደቻ ለመ እልመ ገሃነም ተኡ እሰ ጎቱ።

33 "ቦፎተነነ! እጆሌ ቡቲነነ! እስን አከምት ሙርቲ ገሃነም ጀላ በኡ ደንዴሱ?

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    15 "Yaa barsiistota seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Nama tokko amantii keessanitti galfachuuf jettanii lafaa fi galaana irra joortu; yommuu inni amanuttis akka inni isin caalaa dachaa lama ilma gahaannam taʼu isa gootu.

    33 "Bofoota nana! Ijoollee buutii nana! Isin akkamitti murtii gahaannam jalaa baʼuu dandeessu?

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    15 "Yaa barsiistota seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Nama tokko amantii keessanitti galfachuuf jettanii lafaa fi galaana irra joortu; yommuu inni amanuttis akka inni isin caalaa dachaa lama ilma jahaannam taʼu isa gootu.

    33 "Bofoota nana! Ijoollee buutii nana! Isin akkamitti murtii jahaannam jalaa baʼuu dandeessu?

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.