Pular para o conteúdo
Publicidade

ማቴዎስ 25:40

ONOCV New Oromo Contemporary Version

40 "ሞቲን ሱንስ ዴብሴ፣ ‘አን ዹጉመን እስንት ህመ፤ ዋን ኦቦሎተኮ ወረ ነመ ሁንዱማ ገድ ተአን ከኔን ኬሳ እሰ ቶኮፍ ጎተን ከምዩ ናፍ ጎተን’ ጄዻን።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    40 "Mootiin sunis deebisee, ‘Ani dhuguman isinitti hima; waan obboloota koo warra nama hundumaa gad taʼan kanneen keessaa isa tokkoof gootan kam iyyuu naaf gootan’ jedhaan.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    40 "Mootiin sunis deebisee, ‘Ani dhuguman isinitti hima; waan obboloota koo warra nama hundumaa gad taʼan kanneen keessaa isa tokkoof gootan kam iyyuu naaf gootan’ jedhaan.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.