Pular para o conteúdo
Publicidade

ማቴዎስ 4:18,19

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ዋመሙ በረቶተ ጀልቀባ

18 ዬሱስ ኡቱ ቀርቀረ ገላነ ገሊላረ ዴማ ጅሩ፣ ኦቦሎተ ለመ ጄቹንስ ስሞን እሰ ጴጥሮስ ጄዸሙፊ ኦቦሌሰሳ እንድሪያስን አርጌ። እሳንስ ቁርጡሚ ቀብዶተ ዋን ተአኒፍ ክዮ ገላነት ደርበቻ ቱረን። 19 ዬሱስስ፣ "ኮታ፣ ነ ዱካ ቡኣ፤ አንስ አከ እስን ቀብዱ ነሞታ ታተኒፍ እስን ነንኤርገ" ጄዼን።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    18 Yesuus utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu, obboloota lama jechuunis Simoon isa Phexros jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriiyaasin arge. Isaanis qurxummii qabdoota waan taʼaniif kiyyoo galaanatti darbachaa turan. 19 Yesuusis, "Kottaa, na duukaa buʼaa; anis akka isin qabduu namootaa taataniif isin nan erga" jedheen.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    18 Iisaan utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu, obboloota lama jechuunis Simoon isa Phexros jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriiyaasin arge. Isaanis qurxummii qabdoota waan taʼaniif kiyyoo galaanatti darbachaa turan. 19 Iisaanis, "Kottaa, na duukaa buʼaa; anis akka isin qabduu namootaa taataniif isin nan erga" jedheen.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.