31 ከናፉ፣ ‘ማል ኛትነ?’ ዮካን ‘ማል ዹግነ?’ ዮካን ‘ማል ኡፈትነ?’ ጄተኒ ህንያደእና። 32 ከነ ሁንደ ኦርሞትንዩ ንበርባዱቲ፤ አባንኬሰን እን ሰሚራስ አከ ወን ኩን ሁንድኑ እስን በርባችሱ ንቤከ። 33 ገሩ ዱራን ዱርሳቲ ሞቱማሳቲፊ ቀጄሉማሳ በርባዳ፤ ወን ኩን ሁንድኑ አከሱመ እስኒፍ ኬነመ። 34 ከናፉ ዋኤ ቦሪቲፍ ህንያደእና፤ ቦር ኦፊሳቲፍ ንያደኣቲ። ሀምን ጉያ ሰና መታንሳ ጉይቸ ንገአ።
ማቴዎስ 6:31-34
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
31 Kanaafuu, ‘Maal nyaanna?’ yookaan ‘Maal dhugna?’ yookaan ‘Maal uffanna?’ jettanii hin yaaddaʼinaa. 32 Kana hunda ormoonni iyyuu ni barbaaduutii; Abbaan keessan inni samii irraas akka wanni kun hundinuu isin barbaachisu ni beeka. 33 Garuu duraan dursaatii mootummaa isaatii fi qajeelummaa isaa barbaadaa; wanni kun hundinuu akkasuma isiniif kennama. 34 Kanaafuu waaʼee boriitiif hin yaaddaʼinaa; bor ofii isaatiif ni yaaddaʼaatii. Hamminni guyyaa sanaa mataan isaa guyyicha ni gaʼa.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
31 Kanaafuu, ‘Maal nyaanna?’ yookaan ‘Maal dhugna?’ yookaan ‘Maal uffanna?’ jettanii hin yaaddaʼinaa. 32 Kana hunda ormoonni iyyuu ni barbaaduutii; Abbaan keessan inni shamaayʼun irraas akka wanni kun hundinuu isin barbaachisu ni beeka. 33 Garuu duraan dursaatii mootummaa isaatii fi qajeelummaa isaa barbaadaa; wanni kun hundinuu akkasuma isiniif kennama. 34 Kanaafuu waaʼee boriitiif hin yaaddaʼinaa; bor ofii isaatiif ni yaaddaʼaatii. Hamminni guyyaa sanaa mataan isaa guyyicha ni gaʼa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.