Pular para o conteúdo
Publicidade

ማቴዎስ 7:21-23

ONOCV New Oromo Contemporary Version

21 "ነመ ፌዺ አባኮ እሰ ሰሚራ ራወቱ መሌ ነምን፣ ‘ያ ጎፍታ፣ ያ ጎፍታ’ ናን ጄዹ ሁንድ ሞቱማ ሰሚት ህንገሉ። 22 ጉያ ሰነ ነሞትን ሄዱን፣ ‘ያ ጎፍታ፣ ያ ጎፍታ፣ ኑ መቃኬቲን ራጂ ዱበትኔረ ምቲ? መቃኬቲን ሀፉሮተ ሀሞ ባፍኔራ ምቲ? መቃኬቲን ድንቂ ሄዱ ሆጄትኔራ ምቲ?’ ናን ጄዹ። 23 አንሞ፣ ‘ነራ ፈጋዻ! እስን ወረ ሀምነ ሆጄተን፣ አን ጎንኩማ እስን ህንቤክኔ’ ጄዼ እፋን እፈት እሳንት ነንህመ።

7፥24-27 ኩወፈ – ሉቃ 6፥47-49

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    21 "Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa raawwatu malee namni, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu. 22 Guyyaa sana namoonni hedduun, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa, nu maqaa keetiin raajii dubbanneerra mitii? Maqaa keetiin hafuurota hamoo baafneerra mitii? Maqaa keetiin dinqii hedduu hojjenneerra mitii?’ naan jedhu. 23 Ani immoo, ‘Narraa fagaadhaa! Isin warra hammina hojjettan, ani gonkumaa isin hin beekne’ jedhee ifaan ifatti isaanitti nan hima.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    21 "Nama fedhii Abbaa koo isa shamaayʼun irraa raawwatu malee namni, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hundi mootummaa shamaayʼuniitti hin galu. 22 Guyyaa sana namoonni hedduun, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa, nu maqaa keetiin raajii dubbanneerra mitii? Maqaa keetiin hafuurota hamoo baafneerra mitii? Maqaa keetiin dinqii hedduu hojjenneerra mitii?’ naan jedhu. 23 Ani immoo, ‘Narraa fagaadhaa! Isin warra hammina hojjettan, ani gonkumaa isin hin beekne’ jedhee ifaan ifatti isaanitti nan hima.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.