Pular para o conteúdo
Publicidade

ነህምያ 1:11

ONOCV New Oromo Contemporary Version

11 ያ ጎፍታ፣ ጉርኬ ከዸትና ገርብቸኬ ከናፊ ከዸትና ገርቦተኬ ወረ መቃኬ ሶዳቹት ገመደኒ ስሪት ሃዸገኡ። ፉለ ነምቸ ከና ዱረት ሱራ እሳፍ ኬኑዻን ሀርአ ገርብቸኬ ምልኬስ።"

አን ነመ ሞትቻፍ ዳዺ ቡሱን ቱሬ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    11 Yaa Gooftaa, gurri kee kadhannaa garbicha kee kanaa fi kadhannaa garboota kee warra maqaa kee sodaachuutti gammadanii sirriitti haa dhagaʼu. Fuula namicha kanaa duratti surraa isaaf kennuudhaan harʼa garbicha kee milkeessi."

    Ani nama mootichaaf daadhii buusun ture.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    11 Yaa Gooftaa, gurri kee duʼaa garbicha kee kanaa fi duʼaa garboota kee warra maqaa kee sodaachuutti gammadanii sirriitti haa dhagaʼu. Fuula namicha kanaa duratti surraa isaaf kennuudhaan harʼa garbicha kee milkeessi."

    Ani nama mootichaaf daadhii buusun ture.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.