Pular para o conteúdo
Publicidade

ነህምያ 8:8,10

ONOCV New Oromo Contemporary Version

8 እሳንስ አከ ሰብን ዋን ዱብፈሜ ሰነ ሁበቱፍ ክታበ ሴረ ዋቃ ኬሳ ዱብሰኒ እብሱዻን ሂካሳ ኬና ቱረን።

10 ከነረት ነህምያን አከነ ጄዼ፤ "ዸቃቲ ኛተ ፍለተማ ኛዻ፤ ዹጋቲ ምኣዋስ ዹጋ፤ ወረ ዋን ቆጳኤ ቶኮሌ ህንቀብኔፍስ ዋ ኤርጋ። ጉያን ኩን ጉያ ጎፍታኬኛፍ ቁልቁሌፈሜዸ። ሰበቢ ገመቹን ዋቀዮ ጀብነኬሰን ተኤፍ ህንገድና።"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    8 Isaanis akka sabni waan dubbifame sana hubatuuf Kitaaba Seera Waaqaa keessaa dubbisanii ibsuudhaan hiikkaa isaa kennaa turan.

    10 Kana irratti Nahimiyaan akkana jedhe; "Dhaqaatii nyaata filatamaa nyaadhaa; dhugaatii miʼaawaas dhugaa; warra waan qophaaʼe tokko illee hin qabneefis waa ergaa. Guyyaan kun guyyaa Gooftaa keenyaaf qulqulleeffamee dha. Sababii gammachuun Waaqayyoo jabina keessan taʼeef hin gaddinaa."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    8 Isaanis akka sabni waan dubbifame sana hubatuuf Kitaaba Seera Allaaha keessaa dubbisanii ibsuudhaan hiikkaa isaa kennaa turan.

    10 Kana irratti Nahimiyaan akkana jedhe; "Dhaqaatii nyaata filatamaa nyaadhaa; dhugaatii miʼaawaas dhugaa; warra waan qophaaʼe tokko illee hin qabneefis waa ergaa. Guyyaan kun guyyaa Gooftaa keenyaaf qulqulleeffamee dha. Sababii gammachuun Rabbii Allaah jabina keessan taʼeef hin gaddinaa."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.