5 ኤርገሲስ ቆራሂፊ ወረ እሰ ዱካ ቡአን ሁንዳን አከነ ጄዼ፦ "ቦር ገነመ ዋቀዮ ነመ ከንሳ ተኤፊ ነመ ቁልቁሉ ተኤ ንአርግሲሰ፤ አከ ነምን ሱን ገረሳት ዽኣቱሌ ንጎዸ። እን ነመ ፍለቴ ሰነ አከ እን እት ዽኣቱ ጎዸ።
Publicidade
ለኮብሰ 16:5
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
5 Ergasiis Qooraahii fi warra isa duukaa buʼan hundaan akkana jedhe: "Bori ganama Waaqayyo nama kan isaa taʼee fi nama qulqulluu taʼe ni argisiisa; akka namni sun gara isaatti dhiʼaatu illee ni godha. Inni nama filate sana akka inni itti dhiʼaatu godha.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
5 Ergasiis Qooraahii fi warra isa duukaa buʼan hundaan akkana jedhe: "Bori ganama Rabbii Allaahan nama kan isaa taʼee fi nama qulqulluu taʼe ni argisiisa; akka namni sun gara isaatti dhiʼaatu illee ni godha. Inni nama filate sana akka inni itti dhiʼaatu godha.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.