24 ከናፉ ዋቅን አከ እሳን ዸግነ ወሊሳኒ ሰልጵሰኒፍ ሀዊ ገራሳኒ ሀማዻን ደበርሴ ጡራኡማት እሳን ኬኔ። 25 እሳንስ ዹጋ ዋቃ ሶበት ጌደረን፤ ኡማ ዺሰኒ ኡመመ ዋቄፈተን፤ ንተጃጅለንስ። ኡማን በረ በራን ኤብፈማዸ። አሜን።
Publicidade
ሮማ 1:24,25
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
24 Kanaafuu Waaqni akka isaan dhagna walii isaanii salphisaniif hawwii garaa isaanii hamaadhaan dabarsee xuraaʼummaatti isaan kenne. 25 Isaanis dhugaa Waaqaa sobatti geeddaran; Uumaa dhiisanii uumama waaqeffatan; ni tajaajilanis. Uumaan bara baraan eebbifamaa dha. Ameen.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
24 Kanaafuu Allaahan akka isaan dhagna walii isaanii salphisaniif hawwii garaa isaanii hamaadhaan dabarsee xuraaʼummaatti isaan kenne. 25 Isaanis dhugaa Allaaha sobatti geeddaran; Uumaa dhiisanii uumama waaqeffatan; ni tajaajilanis. Uumaan bara baraan eebbifamaa dha. Ameen.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.