Pular para o conteúdo
Publicidade

ሮማ 10:13-17

ONOCV New Oromo Contemporary Version

13 "ነምን መቃ ጎፍታ ዋመቱ ሁንድኑ ንፈያቲ።"10፥13 ዮኤ 2፥32

14 ዮስ እሳን አከምት እሰ እት ህንአመንን ዋመቹ ደንደኡሬ? እሰ ዋኤሳ ህንዸገእንትስ አከምት አመኑ ደንደኡሬ? ኡቱ ነምን እሳንት ህንለለብንስ አከምት ዸገኡ ደንደኡሬ? 15 እሳንስ ኡቱ ህንኤርገምን አከምት ለለቡ ደንደኡ? ኩንስ እሰ፣ "ሚል ወረ ወንጌለ ፍደኒ አከም ሚዸጋዸ!"10፥15 እሳ 52፥7 ጄዸሜ በሬፈሜዸ።

16 ኦዱ ጋሪ ሰነስ ከን ፉዸቴ እስራኤሎተ ሁንደ ምት። እሳያስ፣ "ያ ጎፍታ፣ ኤርጋኬኘ ኤኙቱ አመኔ?"10፥16 እሳ 53፥1 ጄዻቲ። 17 ኤጋ አመንቲን ኤርጋ ዸገኡዻን ዹፈ፤ ኤርጋን ኩንስ ከራ ዱቢ ዋኤ ክርስቶሲን ዸገአመ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    13 "Namni maqaa Gooftaa waammatu hundinuu ni fayyaatii."10:13 Yoe 2:32

    14 Yoos isaan akkamitti isa itti hin amanin waammachuu dandaʼu ree? Isa waaʼee isaa hin dhagaʼinittis akkamitti amanuu dandaʼu ree? Utuu namni isaanitti hin lallabinis akkamitti dhagaʼuu dandaʼu ree? 15 Isaanis utuu hin ergamin akkamitti lallabuu dandaʼu? Kunis isa, "Miilli warra wangeela fidanii akkam miidhagaa dha!"10:15 Isa 52:7 jedhamee barreeffamee dha.

    16 Oduu gaarii sanas kan fudhate Israaʼeloota hunda miti. Isaayyaas, "Yaa Gooftaa, ergaa keenya eenyutu amane?"10:16 Isa 53:1 jedhaatii. 17 Egaa amantiin ergaa dhagaʼuudhaan dhufa; ergaan kunis karaa dubbii waaʼee Kiristoosiin dhagaʼama.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    13 "Namni maqaa Gooftaa waammatu hundinuu ni fayyaatii."10:13 Yoe 2:32

    14 Yoos isaan akkamitti isa itti hin amanin waammachuu dandaʼu ree? Isa waaʼee isaa hin dhagaʼinittis akkamitti amanuu dandaʼu ree? Utuu namni isaanitti hin lallabinis akkamitti dhagaʼuu dandaʼu ree? 15 Isaanis utuu hin ergamin akkamitti lallabuu dandaʼu? Kunis isa, "Miilli warra injiila fidanii akkam miidhagaa dha!"10:15 Isa 52:7 jedhamee barreeffamee dha.

    16 Oduu gaarii sanas kan fudhate Israaʼeloota hunda miti. Isaayyaas, "Yaa Gooftaa, ergaa keenya eenyutu amane?"10:16 Isa 53:1 jedhaatii. 17 Egaa amantiin ergaa dhagaʼuudhaan dhufa; ergaan kunis karaa dubbii waaʼee Al-Masiihiin dhagaʼama.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.