8 እን ገሩ ማል ጄዸ? "ዱብች ስ ብረ ጅረ፤ አፋንኬቲፊ ገራኬ ኬሰ ጅረ፤"10፥8 ኬዴ 30፥14 እንስ ዱቢ አመንቲ እሰ ኑ ለለብኑዸ፤ 9 ኩንስ ዮ አት፣ "ዬሱስ ጎፍታዸ" ጄቴ አፋንኬቲን ዹጋ ባቴ አከ ዋቅን ወረ ዱአን ኬሳ እሰ ካሴ ገራኬት አመንቴ፣ አት ንፈይተ።
Publicidade
ሮማ 10:8,9
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
8 Inni garuu maal jedha? "Dubbichi si bira jira; afaan keetii fi garaa kee keessa jira;"10:8 KeD 30:14 innis dubbii amantii isa nu lallabnuu dha; 9 kunis yoo ati, "Yesuus Gooftaa dha" jettee afaan keetiin dhugaa baatee akka Waaqni warra duʼan keessaa isa kaase garaa keetti amante, ati ni fayyita.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
8 Inni garuu maal jedha? "Dubbichi si bira jira; afaan keetii fi garaa kee keessa jira;"10:8 KeD 30:14 innis dubbii amantii isa nu lallabnuu dha; 9 kunis yoo ati, "Iisaan Gooftaa dha" jettee afaan keetiin dhugaa baatee akka Allaahan warra duʼan keessaa isa kaase garaa keetti amante, ati ni fayyita.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.