Pular para o conteúdo
Publicidade

ሮማ 13:1-3

ONOCV New Oromo Contemporary Version

አቦቲ ታይታ ጀለት ቡሉ

1 ነምን ከምዩ ወረ ታይታ ቡልቺንሳረ ጅረን ጀለት ቡሉ ቀበ፤ ዮ ዋቀራ ተኤ መሌ ታይታ ቀባቹን ህንደንደአሙቲ። ወረ ታይታ ቀበን ዋቀቱ ሙዴ። 2 ከናፉ ነምን አቦቲ ታይታቲን ሞርሙ ስርነ ዋቃቲን ሞርመ፤ ወር አከስ ጎዸንስ ሙርቲ ኦፍት ፍዱ። 3 ቡልችቶትን ወረ ዋን ሀማ ሆጄተን መሌ ወረ ዋን ጋሪ ሆጄተን ህንሶዳችሰን። አት አከ ነመ ታይታ ቀቡ ህንሶዳትኔ ንበርባዳ? ኤጋ ዋን ጋሪ ሆጄዹ፤ እንዩ ስ ገለቴፈታቲ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Namni kam iyyuu warra taayitaa bulchiinsaa irra jiran jalatti buluu qaba; yoo Waaqa irraa taʼe malee taayitaa qabaachuun hin dandaʼamuutii. Warra taayitaa qaban Waaqatu muude. 2 Kanaafuu namni abbootii taayitaatiin mormu sirna Waaqaatiin morma; warri akkas godhanis murtii ofitti fidu. 3 Bulchitoonni warra waan hamaa hojjetan malee warra waan gaarii hojjetan hin sodaachisan. Ati akka nama taayitaa qabu hin sodaanne ni barbaaddaa? Egaa waan gaarii hojjedhu; inni iyyuu si galateeffataatii.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Namni kam iyyuu warra taayitaa bulchiinsaa irra jiran jalatti buluu qaba; yoo Allaah irraa taʼe malee taayitaa qabaachuun hin dandaʼamuutii. Warra taayitaa qaban Allaahatu muude. 2 Kanaafuu namni abbootii taayitaatiin mormu sirna Allaahatiin morma; warri akkas godhanis murtii ofitti fidu. 3 Bulchitoonni warra waan hamaa hojjetan malee warra waan gaarii hojjetan hin sodaachisan. Ati akka nama taayitaa qabu hin sodaanne ni barbaaddaa? Egaa waan gaarii hojjedhu; inni iyyuu si galateeffataatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.