13 ከናፉ ኑ ወልት ሙሩ ሃዺፍኑ። ቆደ ከና አከ ከራ ኦቦሌሰኬሰኒረ ጉፉ ዮካን ዋን ጉፈቺሱ ቶኮሌ ህንኬኜ ሙርቴፈዻ። 15 ዮ ወን አት ኛቱ ኦቦሌሰኬ ሚዼ፣ አት ጃለላን ጅራቻ ህንጅርቱ። አት ዋን ኛቱን ኦቦሌሰኬ እሰ ክርስቶስ እሳፍ ዱኤ ህንበሌስን። 17 ሞቱማን ዋቃ ቀጄሉማ፣ ነጋፊ ገመቹ ሀፉረ ቁልቁሉን ተኤዸ መሌ ዋኤ ኛታቲፊ ዹጋቲ ምቲቲ።
ሮማ 14:13,15,17
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Kanaafuu nu walitti muruu haa dhiifnu. Qooda kanaa akka karaa obboleessa keessanii irra gufuu yookaan waan gufachiisu tokko illee hin keenye murteeffadhaa. 15 Yoo wanni ati nyaattu obboleessa kee miidhe, ati jaalalaan jiraachaa hin jirtu. Ati waan nyaattuun obboleessa kee isa Kiristoos isaaf duʼe hin balleessin. 17 Mootummaan Waaqaa qajeelummaa, nagaa fi gammachuu Hafuura Qulqulluun taʼeedha malee waaʼee nyaataa fi dhugaatii mitiitii.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
13 Kanaafuu nu walitti muruu haa dhiifnu. Qooda kanaa akka karaa obboleessa keessanii irra gufuu yookaan waan gufachiisu tokko illee hin keenye murteeffadhaa. 15 Yoo wanni ati nyaattu obboleessa kee miidhe, ati jaalalaan jiraachaa hin jirtu. Ati waan nyaattuun obboleessa kee isa Al-Masiihiin isaaf duʼe hin balleessin. 17 Mootummaan Allaaha qajeelummaa, nagaa fi gammachuu Hafuura Qulqulluun taʼeedha malee waaʼee nyaataa fi dhugaatii mitiitii.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.