Pular para o conteúdo
Publicidade

ሮማ 3:23,24

ONOCV New Oromo Contemporary Version

23 ሰበቢ ሁንድሳኒዩ ጩቡ ሆጄተኒፍ እሳን ኡልፍነ ዋቃራ ጭተኒሩቲ፤ 24 እሳንስ አያነ ዋቃ እሰ ፉረመ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ቶሉመ ኬነሜፊን ቀጄልቶተ ታስፈመኒሩ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    23 sababii hundi isaanii iyyuu cubbuu hojjetaniif isaan ulfina Waaqaa irraa citaniiruutii; 24 isaanis ayyaana Waaqaa isa furama karaa Kiristoos Yesuusiin toluma kennameefiin qajeeltota taasifamaniiru.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    23 sababii hundi isaanii iyyuu cubbuu hojjetaniif isaan ulfina Allaaha irraa citaniiruutii; 24 isaanis ayyaana Allaaha isa furama karaa Al-Masiihi Iisaatiin toluma kennameefiin qajeeltota taasifamaniiru.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.