Pular para o conteúdo
Publicidade

ሮማ 5:1-4

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ነጋፊ ገመቹ

1 ከናፉ አመንቲዻን ቀጄልቶተ ኤርገ ታስፈምኔ ኑ ከራ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን ዋቀ ወጅን ነጋ ቀብነ። 2 አያነ አመ ጀባትኔ እቲን ዻበትኑ ከነትስ ከራሳቲን አመንቲን ገሉፍ ጨራ አርገትኔረ። አብዲ ኡልፍነ ዋቃትስ ንገመድነ። 3 ከነ ቆፈ ምት፤ ኑ ዽጵነኬኘትስ ንገመድነ፤ አከ ዽጵን ኦብሰ ፍዱ ንቤክናቲ፤ 4 ኦብስ ጀባተኒ ዻበቹ፣ ጀባተኒ ዻበቹንሞ አብዲ ፍደ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Kanaafuu amantiidhaan qajeeltota erga taasifamnee nu karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin Waaqa wajjin nagaa qabna. 2 Ayyaana amma jabaannee ittiin dhaabannu kanattis karaa isaatiin amantiin galuuf carraa arganneerra. Abdii ulfina Waaqaattis ni gammanna. 3 Kana qofa miti; nu dhiphina keenyattis ni gammanna; akka dhiphinni obsa fidu ni beeknaatii; 4 obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaatanii dhaabachuun immoo abdii fida.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Kanaafuu amantiidhaan qajeeltota erga taasifamnee nu karaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiin Allaah wajjin nagaa qabna. 2 Ayyaana amma jabaannee ittiin dhaabannu kanattis karaa isaatiin amantiin galuuf carraa arganneerra. Abdii ulfina Allaahattis ni gammanna. 3 Kana qofa miti; nu dhiphina keenyattis ni gammanna; akka dhiphinni obsa fidu ni beeknaatii; 4 obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaatanii dhaabachuun immoo abdii fida.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.