Pular para o conteúdo
Publicidade

ሮማ 5:20,21

ONOCV New Oromo Contemporary Version

20 ሴርስ አከ ጩቡን ባይአቱፍ ዹፌ። ለፈ ጩቡን ባይአቴት ገሩ አያን አከ መሌ ባይአቴ፤ 21 ኩንስ አኩመ ጩቡን ከራ ዱኣቲን ሞኤ ሰነ አያንስ ከራ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን አከ ጅሬኘ በረ በራ ፍዱፍ ከራ ቀጄልናቲን አከ ሞኡፍ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    20 Seerris akka cubbuun baayʼatuuf dhufe. Lafa cubbuun baayʼatetti garuu ayyaanni akka malee baayʼate; 21 kunis akkuma cubbuun karaa duʼaatiin moʼe sana ayyaannis karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiitiin akka jireenya bara baraa fiduuf karaa qajeelinaatiin akka moʼuuf.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    20 Seerris akka cubbuun baayʼatuuf dhufe. Lafa cubbuun baayʼatetti garuu ayyaanni akka malee baayʼate; 21 kunis akkuma cubbuun karaa duʼaatiin moʼe sana ayyaannis karaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiitiin akka jireenya bara baraa fiduuf karaa qajeelinaatiin akka moʼuuf.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.