Pular para o conteúdo
Publicidade

ሮማ 6:9-11

ONOCV New Oromo Contemporary Version

9 ክርስቶስ ወረ ዱአን ኬሳ ዋን ከኤፍ፣ አከ እን ዴብኤ ህንዱኔ ንቤክናቲ፤ ዱትስ ስአች እሰረት ጎፍቱማ ህንቀቡ። 10 እን ዱአ ዱኤ ሰነ ስአ ቶኮ ዬሮ ሁንዳፍ ጩቡፍ ዱኤ፤ ጅሬኘ ጅራቱ ሰነ ገሩ ዋቃፍ ጅራተ።

11 እስንስ አከሱመ አከ ጩቡፍ ዱተንት፣ ክርስቶስ ዬሱሲን ገሩ አከ ዋቃፍ ጅራቶተ ታተንት ኦፍ ሄዳ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    9 Kiristoos warra duʼan keessaa waan kaʼeef, akka inni deebiʼee hin duune ni beeknaatii; duutis siʼachi isa irratti gooftummaa hin qabu. 10 Inni duʼa duʼe sana siʼa tokko yeroo hundaaf cubbuuf duʼe; jireenya jiraatu sana garuu Waaqaaf jiraata.

    11 Isinis akkasuma akka cubbuuf duutanitti, Kiristoos Yesuusiin garuu akka Waaqaaf jiraattota taatanitti of hedaa.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    9 Al-Masiihiin warra duʼan keessaa waan kaʼeef, akka inni deebiʼee hin duune ni beeknaatii; duutis siʼachi isa irratti gooftummaa hin qabu. 10 Inni duʼa duʼe sana siʼa tokko yeroo hundaaf cubbuuf duʼe; jireenya jiraatu sana garuu Allaahaf jiraata.

    11 Isinis akkasuma akka cubbuuf duutanitti, Al-Masiihi Iisaadhaan garuu akka Allaahaf jiraattota taatanitti of hedaa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.