1 ዹጉማን ዋቅን እስራኤሊፍ፣
ወረ ገራንሳኒ ቁልቁሉ ተኤፍ ጋሪዸ።
2 አን ገሩ ሚልኮ ጉፈቹ ገኤ፣
ፋንኮስ ሙጩጫቹ ገኤ ቱሬ።
3 አን ዮሙን በዻዹማ ሀሞታ አርጌት፣
ኦፍ ቱልቶተት ህናፌን ቱሬቲ።
17 ኩንስ ሀመ አን እዶ ቁልቁሉማ ዋቃ ሴኑት ቱሬ፤
ኤርገሲስ አን ገልገለሳኒ ነንሁበዼ።
28 አከ አን ያዱት ገሩ ዋቀት ዽኣቹን ጋሪዸ፤
ዋቀዮ ጎፍታ ደኦኮ ጎዸዼረ፤
አን ሆጂኬ ሁንደ ነንለብሰ።
1 ዹጉማን ዋቅን እስራኤሊፍ፣
ወረ ገራንሳኒ ቁልቁሉ ተኤፍ ጋሪዸ።
2 አን ገሩ ሚልኮ ጉፈቹ ገኤ፣
ፋንኮስ ሙጩጫቹ ገኤ ቱሬ።
3 አን ዮሙን በዻዹማ ሀሞታ አርጌት፣
ኦፍ ቱልቶተት ህናፌን ቱሬቲ።
17 ኩንስ ሀመ አን እዶ ቁልቁሉማ ዋቃ ሴኑት ቱሬ፤
ኤርገሲስ አን ገልገለሳኒ ነንሁበዼ።
28 አከ አን ያዱት ገሩ ዋቀት ዽኣቹን ጋሪዸ፤
ዋቀዮ ጎፍታ ደኦኮ ጎዸዼረ፤
አን ሆጂኬ ሁንደ ነንለብሰ።
1 Dhugumaan Waaqni Israaʼeliif,
warra garaan isaanii qulqulluu taʼeef gaarii dha.
2 Ani garuu miilli koo gufachuu gaʼee,
faanni koos mucucaachuu gaʼee ture.
3 Ani yommuun badhaadhummaa hamootaa argetti,
of tuultotatti hinaafeen tureetii.
17 Kunis hamma ani iddoo qulqullummaa Waaqaa seenutti ture;
ergasiis ani galgala isaanii nan hubadhe.
28 Akka ani yaadutti garuu Waaqatti dhiʼaachuun gaarii dha;
Waaqayyo Gooftaa daʼoo koo godhadheera;
ani hojii kee hunda nan labsa.
1 Dhugumaan Allaahan Israaʼeliif,
warra garaan isaanii qulqulluu taʼeef gaarii dha.
2 Ani garuu miilli koo gufachuu gaʼee,
faanni koos mucucaachuu gaʼee ture.
3 Ani yommuun badhaadhummaa hamootaa argetti,
of tuultotatti hinaafeen tureetii.
17 Kunis hamma ani iddoo qulqullummaa Allaaha seenutti ture;
ergasiis ani galgala isaanii nan hubadhe.
28 Akka ani yaadutti garuu Allaahatti dhiʼaachuun gaarii dha;
Rabbii Allaah Gooftaa daʼoo koo godhadheera;
ani hojii kee hunda nan labsa.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.