15 ፈኬኛፍ ኦቦሌስ ቶኮ ዮካን ኦቦሌቲን ቶኮ ኡፈታፊ ዋን ጉያ ጉያን ኛተን ህንቀበን ሃጄኑ። 16 እስን ኬሳ ዮ ነምን ቶኮ፣ "ነጋን ዴማ፤ እስንት ሃሆኡ፤ ቁፋስ" እሳኒን ጄዼ ገሩ ዋን ፎንሳኒቲፍ በርባችሱ ቶኮሌ ህንኬንኒፍ፣ ኩን ፋይዳ ማሊ ቀበሬ?
Publicidade
ያቆብ 2:15,16
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
15 Fakkeenyaaf obboleessi tokko yookaan obboleettiin tokko uffataa fi waan guyyaa guyyaan nyaatan hin qaban haa jennu. 16 Isin keessaa yoo namni tokko, "Nagaan deemaa; isinitti haa hoʼu; quufaas" isaaniin jedhee garuu waan foon isaaniitiif barbaachisu tokko illee hin kenniniif, kun faayidaa maalii qaba ree?
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
15 Fakkeenyaaf obboleessi tokko yookaan obboleettiin tokko uffataa fi waan guyyaa guyyaan nyaatan hin qaban haa jennu. 16 Isin keessaa yoo namni tokko, "Nagaan deemaa; isinitti haa hoʼu; quufaas" isaaniin jedhee garuu waan foon isaaniitiif barbaachisu tokko illee hin kenniniif, kun faayidaa maalii qaba ree?
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.