8 ዋቀት ዽኣዻ፤ እንስ እስንት ንዽኣታ። እስን ጩበሞትን ሀርከኬሰን ዽቀዻ፤ ወር ያደ ለመ ቀብደንስ ገራኬሰን ቁልቁሌፈዻ። 9 ዽጰዻ፤ ገዳ፤ ቦኣስ። ኮልፍኬሰን ቦእቸት፣ ገመቹንኬሰንሞ ገደት ሃጌደረሙ። 10 ፉለ ጎፍታ ዱረት ገድ ኦፍ ቀባ፤ እንሞ ኦል እስን ቀባ።
ያቆብ 4:8-10
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
8 Waaqatti dhiʼaadhaa; innis isinitti ni dhiʼaataa. Isin cubbamoonni harka keessan dhiqadhaa; warri yaada lama qabdanis garaa keessan qulqulleeffadhaa. 9 Dhiphadhaa; gaddaa; booʼaas. Kolfi keessan booʼichatti, gammachuun keessan immoo gaddatti haa geeddaramu. 10 Fuula Gooftaa duratti gad of qabaa; inni immoo ol isin qabaa.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
8 Allaahatti dhiʼaadhaa; innis isinitti ni dhiʼaataa. Isin cubbamoonni harka keessan dhiqadhaa; warri yaada lama qabdanis garaa keessan qulqulleeffadhaa. 9 Dhiphadhaa; gaddaa; booʼaas. Kolfi keessan booʼichatti, gammachuun keessan immoo gaddatti haa geeddaramu. 10 Fuula Gooftaa duratti gad of qabaa; inni immoo ol isin qabaa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.