7 ዋን ሁንደ ኬሰት ዋን ጋሪ ሆጄቹን ፈኬኘ እሳኒፍ ተእ። በርሲሰኬ ኬሰት አመነማ፣ ከበጀማፊ ነመ አከ ሰልጳት ህንእላለምኔ ተእ፤ 8 አከ ወር ሲን ሞርመን ዋኤኬኘ ዋን ሀማ ዱበተን ቶኮሌ ዸበኒ ቃነአኒፍስ ዱቢ ዹጋ ከን ቱፈተሙ ህንደንዴኜ ዱበዹ።
Publicidade
ቲቶ 2:7,8
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
7 Waan hunda keessatti waan gaarii hojjechuun fakkeenya isaaniif taʼi. Barsiisa kee keessatti amanamaa, kabajamaa fi nama akka salphaatti hin ilaalamne taʼi; 8 akka warri siin morman waaʼee keenya waan hamaa dubbatan tokko illee dhabanii qaanaʼaniifis dubbii dhugaa kan tuffatamuu hin dandeenye dubbadhu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
7 Waan hunda keessatti waan gaarii hojjechuun fakkeenya isaaniif taʼi. Barsiisa kee keessatti amanamaa, kabajamaa fi nama akka salphaatti hin ilaalamne taʼi; 8 akka warri siin morman waaʼee keenya waan hamaa dubbatan tokko illee dhabanii qaanaʼaniifis dubbii dhugaa kan tuffatamuu hin dandeenye dubbadhu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.