Cura
A cura é promessa e poder de Deus. Jesus curou toda enfermidade e todo mal. As Escrituras declaram que pelas suas pisaduras fomos sarados — cura do corpo, da alma e do espírito.
Pelas suas pisaduras
Ele foi ferido pelas nossas transgressões e moído pelas nossas iniquidades. Pelas suas pisaduras fomos sarados.
Inni ammoo, sababa cubbuu teennaatiif woraaname;
sababa yakkaa teennaatiifille butute.
Nuuti adabamiisa isaatiin nageya dhagganne;
madaa isaatille’een nuuti fayyine.
Inni ammoo, sababa cubbuu teennaatiif woraaname;
sababa yakkaa teennaatiifille butute.
Nuuti adabamiisa isaatiin nageya dhagganne;
madaa isaatille’een nuuti fayyine.
«Inni dhugumaan dhukkuba keenna fudhatee,
dhibee teennalle ba’ate.
Te’uu malee, nuuti akka Waaqi isa dhowee,
akka Waaqi balaa isatti buusee,
akka Waaqi isa farrisiisetti laakkonne.
Inni ammoo, sababa cubbuu teennaatiif woraaname;
sababa yakkaa teennaatiifille butute.
Nuuti adabamiisa isaatiin nageya dhagganne;
madaa isaatille’een nuuti fayyine.
Akka nuuti cubbu’uuf duunee balchumma’aan leenu, Kiristoosinuu cubbuu teenna nafa ifiitiin fannoo irratti ba’ate; isin madaa isaatiin fayyitaneertan.
Akka nuuti cubbu’uuf duunee balchumma’aan leenu, Kiristoosinuu cubbuu teenna nafa ifiitiin fannoo irratti ba’ate; isin madaa isaatiin fayyitaneertan.
Jesus, o curador
Jesus percorreu cidades e aldeias curando toda doença. Ele deu autoridade aos discípulos para curar enfermos.
Yesuus Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barsiisaa, Oduu Gammadaa ta mootummaa Waaqaa lallabaa, kolbaa dhukkubaa fi dhibee mara irraa fayyisaa qachootaa fi olloota mara keessa deddeeme.
Dhibamaa fayyisa’a, du’aa kaasa’a, worra dhukkuba goga’aa farrisiisa’aan qabameeru fayyisa’a, durriisota baasa’a. Gatii malee fudhattaneertan, gatii malee kenna’a.
Dhibamaa fayyisa’a, du’aa kaasa’a, worra dhukkuba goga’aa farrisiisa’aan qabameeru fayyisa’a, durriisota baasa’a. Gatii malee fudhattaneertan, gatii malee kenna’a.
Yesuus barattoota ifii kudhanii lamaan gara ifii waamee ayyaanota hamoota akka baasanu, dhukkubaa fi dhibee mara akka fayyisanu baallii isaaniif kenne.
Yesuus yennaa kana dhage’e, «Worra dhibameef malee, worra fayyaaleyyi’iif cidheessa hin barbaachisu.
Yesuus manoota waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barsiisaa, Oduu Gammadaa ta marroo mootummaa Waaqaa lallabaa, dhibe’ee fi dhukkuba adda addaa mara irraa kolbaa fayyisaa Galiilaa duudii keessa deddeeme.
qachaa san keessatti dhibamaa fayyisa’a; kolbaa achi jirtulle’een, ‹Mootummaan Waaqaa isinitti dhikaateerti› jedha’a.
«Ayyaanni Gootta’aa ana irra jira,
worra hiyyeeyyi’iif Oduu Gammadaa akka himuuf na muudeera.
Worra booji’ameef bilisummaa akka lassuuf,
worra ballaa akka dhaggisiisuuf,
worra miicame akka baasuuf,
Yesuus yennaa isaan dhagge, isaaniin, «Dhaqa’aatii hayyootatti ifi mudhisa’a!» jedhe. Isaan adoo dhaqiisatti jiranuu fayyane.
Yesuus Guyyaa Sanbataa Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barsiisiisatti jiraayyu. Dubartiin woggaa kudhanii saddeeti ayyaanni hamaan gugguussiseeru takkalle achi jirtiiyyu. Isiin akka malee gugguuttee qajeeltee dhaabbatuu hin dandeenne. Yesuus yennaa isii dhagge gara ifii isii waamee, «Dubarti’i, ati dhibee teeti irraa fayyiteerta» jedhe. Harka ifiille isii irra keyee, isiin yennuma san qajeeltee dhaabbattee Waaqa galateeffatte. Sooressi mana Waaqonfannaa Yihudootaa waan Yesuus guyyaa Sanbataatiin fayyiseef aaree, kolba’aan, «Guyyooti huji’ii jaan jiran. Maarre guyyoota san kowa’aatii fayyifama’a malee, guyyaa Sanbataatiinii moti» jedhe. Goottaan deebisee, «Isin kijiboole’e, isin keessaa guyyaa Sanbataatiin qotiyyoo yookiin harree addee hidha’aatii hiikee geessee ka bisaan hin obaanne eennu? Amma dubartiin sanyii Abrahaamii teetu tun, ta woggaa kudhanii saddeeti Seexanaan hidhantee turte, guyyaa Sanbataatiin hiikamu’uu hin mallee ree?» jedheen. Dubbii tana yennaa inni dubbate, worri isa mormu mara qaanowe; kolbaan ammoo kancira inni huje maratti gammadde.
Yesuus ammoo yennaa waan kana dhage’e Yaayiroosiin, «Hin sodaatin; dhugeeffadhu malee, intalti teeti hin fayyiti» jedhe.
Yesuus isi’iin, «Ee intala tiyya, dhugeeffannaan teeti si fayyitteerti; nageyaan deemi; dhibee teeti irralle’ee fayyi» jedhe.
Yesuus, «Maaf ‹Yoo dandeette› jetta? Nama dhugeeffannaa qabuuf wonni marti hin dande’anti» jedhee deebise.
Yesuusille isaan, «Dhugeeffannaan teeti si fayyicheerti deemi!» jedhe.
Worri natti dhugeeffatu baasota akka tolchuuf hunni hin kennama. Isaan maqaa kiyyaan durriisota hin baasan; afaan haareyaan hin dubbatan; Yoo dhudhuufaa harkaan qabanee ol fuudhane, yookiin yoo waan nama ijjeesu unanelle isaan hin miidhu; worra fayyaa hin qanne irra harka ifii yoo keyane, worri sunille hin fayya» isaaniin jedhe.
Pheexroos, «Eneyaas, Yesuus Kiristoos si fayyisa ol ka’iitii, taqee teeti afadhu» jedhe. Yoosuma Eneyaas ol ka’ee dhaabbate.
Eu sou o Senhor que te sara
Eu sou o Senhor que te sara. Ele perdoa todas as iniquidades e sara todas as enfermidades — com bondade e misericórdia.
Inni, isaaniin, «Isin qoonqoo ana Mootii Waan Maraa ta Waaqa keessanii miidhassitanee yoo caqattane, fuula kiyya duratti waan sirrii te’e yoo tolchitane, ajaja kiyya yoo qalbeeffattane, seerata kiyya maralle yoo eegattane, dhukkuba worra Gibxi’iititti fide mara tokkolle isinitti hin fidu; ani Mootii Waan Maraa ka isin fayyisu» jedhe.

Ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan waaqonfadha’a; anille midhaanii fi bisaan keessan hin eebbisa; dhukkuballe odduu teessanii hin balleessa.
Ka cubbuu teeti mara si’iif araaramu,
ka dhukkuba keeti mara fayyisu,
Ka cubbuu teeti mara si’iif araaramu,
ka dhukkuba keeti mara fayyisu,
Inni worra gaddaan
gadhaan isaanii madaye hin fayyisa;
madaa isaaniille hin hidha.
Inni worra gaddaan
gadhaan isaanii madaye hin fayyisa;
madaa isaaniille hin hidha.
Inni jecha ifii ergee isaan fayyise;
du’iisa irraa isaan hambure.
Inni jecha ifii ergee isaan fayyise;
du’iisa irraa isaan hambure.
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya,
akka na qarqaartuuf gara keetti iyyee,
atille na fayyitteerta.
worra ballaa ila bana.
Worra gad jedhe ol qaba;
worra balchaa jaalata.
Taqee inni dhibamee irra jiru irratti
Mootiin Waan Maraa isa hin qarqaara;
fayyisee taqee dhibo’oo irraa isa hin kaasa.
Rakkoon balcha’aa baca’a;
Mootiin Waan Maraa ammoo
waan mara keessaa isa hin baasa.
Cura e restauração
Eu te restaurarei e sararei as tuas feridas, diz o Senhor. A oração da fé salvará o enfermo e o Senhor o levantará.
Diinoti keessan isiniin, ‹Xiyoon gatanteerti;
ka haajaa isi’ii qabu hin jiru› jedhanulle
ani ammoo fayya’atti isin hin deebisa;
madaa teessanille hin fayyisa.
Te’uu malee ani qachaa kana ade’etti deebisee, kolbaa isa keessaalle fayyisee, bidhaa malee nageyaan akka le’anu hin godha.
Ee Mootii Waan Maraa, ati ka ani leellifadhu waan teeteef,
na fayyisi, anille hin fayya;
na baasi, anille hin baya.
Odduu teessan nami dhibameeru jiraa? Inni jaarsolee wolde’a kiristaanaa waammatuu ti; isaan maqaa Gootta’aatiin zayitii issanee isaaf daadimatanuu ti. Daadimannaan dhugeeffanna’aan godhantu dhibamaa hin fayyitti; Goottaalle dhibee irraa isa hin fayyisa; yoo cubbuu hujee jiraatelle araarri hin kennamaaf.

Odduu teessan nami dhibameeru jiraa? Inni jaarsolee wolde’a kiristaanaa waammatuu ti; isaan maqaa Gootta’aatiin zayitii issanee isaaf daadimatanuu ti. Daadimannaan dhugeeffanna’aan godhantu dhibamaa hin fayyitti; Goottaalle dhibee irraa isa hin fayyisa; yoo cubbuu hujee jiraatelle araarri hin kennamaaf. Tanaaf akka dhibee irraa fayyitanuuf, cubbuu teessan wolitti himadha’a, woliifille daadimadha’a! Daadimannaan nama balcha’aa hunnaametti’ii fi bu’aa qabeetti’i.
Tanaaf akka dhibee irraa fayyitanuuf, cubbuu teessan wolitti himadha’a, woliifille daadimadha’a! Daadimannaan nama balcha’aa hunnaametti’ii fi bu’aa qabeetti’i.
Mudhii guddoo tanaan ta kaate akka ani hin koorre, wonni akka qore’ee nafa kiyya woraanee na farrisiisu, ergamaan Seexanaa naa kenname. Wonni na rakkisu kun, akka na lakkittu yennaa sad gara Gootta’aa daadimadhe. Inni ammoo, «Hunni tiyya mijuu teetee ka mudhattu yennaa ati dadhabaa teete waan teeteef, badhaadhi kiyya si hin geya» anaan jedhe. Tanaaf hunni Kiristoosii akka ana irra jiraattu, ka durii caalaa dadhabbii tiyyaan gammadaa ifi jajiisa barbaada.
kolbaan tiyya ta maqaa kiyyaan waammantu yoo gad ifi qaddee, daadimattee fuula kiyyaa yoo barbaaddee, karaa ifii hamaa irraa yoo deebite, ani ol-gubbaa irraa isaaniif hin dhage’a; cubbuu isaaniille isaaniif araaramee, lafa isaanii hin fayyisa.
«Deebi’iitii Hisqiyaasii kolbaa tiyya sooressuun, ‹Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi abbaa keeti Daawitii daadimata keeti dhage’eera; imimmaan teetille dhaggeera. Ani si hin fayyisa; guyyaa sadeesso’oo gara Galma Mootii Waan Maraa ol hin baata;

Promessas e esperança
O Senhor dá forças aos cansados. O sol da justiça se levantará com salvação nas suas asas.
Inni worra laafeef
jabeenna hin kenna;
worra dadhabeef hunna hin ede’a.
Isin worra maqaa kiyya sodaattanuuf ammoo aduun balchummaa isiniif fidduu fi ta koolli isi’ii fayyinna ifi keessaa qabu isiniif hin baati; isin akka waatolee gooree keessaa gad baatee hin burraaxxan.
Isin worra maqaa kiyya sodaattanuuf ammoo aduun balchummaa isiniif fidduu fi ta koolli isi’ii fayyinna ifi keessaa qabu isiniif hin baati; isin akka waatolee gooree keessaa gad baatee hin burraaxxan.
Gadhaan gammadu akka qorsa dansa’aa ti;
yaadi cabaan ammoo lafee goggossa.
Miilli keessan ka naafate akka fayyu malee akka adde’een hin kaane, miila keessaniif karaa qajeelfadha’a.