Publicidade

Dia dos pais

Por Bíblia Online

O Dia dos Pais celebra o amor e o sacrifício paterno. A Bíblia honra os pais como provedores, protetores e guias espirituais que moldam as próximas gerações.

O pai que educa

Instrui a criança no caminho em que deve andar. O pai justo educa com amor, firmeza e o exemplo de uma vida íntegra.

Ijoollee karaa sirri’ii barsiisi;

yennaa dulloomanelle isaan

karaa san irraa hin goranu.

Nami ilma ifii adabiisa mararfatu ilma ifii jibba;

ka jaalatu ammoo malaan adabee isa guddisa.

Nami balchaan komii malee le’a;

ijoolleen isa gula ideentulle ta hiree dansaa qaddu.

Abbaan nama balcha’aa gammada guddaa qaba;

ka ilma qaroo qabulle isatti hin gammada.

Nami Mootii Waan Maraa sodaatu

kushee jadduu qaba;

ijoollee isaatiifille addee itti baqattu hin teeti.

Honra e alegria

Honra a teu pai e tua mãe. Os filhos são herança do Senhor, e a família que serve a Deus junta é inabalável.

«Lafa ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si’iif kennu keessatti bara dheeraa akka leetu, abba’aa fi haadha teetiif ulfinna kenni.

Ijoolleen kennansa Mootii Waan Maraa ti;

midhaan gadaamessaa,

eebba isaa ti.

Ilmaan dargaggumma’aan uumatanu,

akka daaya harka loltootaa keessa jirtuu ti.

Nami ilmaan akka daayaa mana guutate

gammaduu ti;

diinota ifii woliin

karra qacha’aa keessatti yennaa wol falme,

inni hin qaanowu.

Yoo isin isa waaqonfatiisaaf fedha hin qabaatin ammoo, waaqota abbootiin teessan ta durii laga Efraaxiisiitiin gamatti waaqonfatte yookiin waaqota Amoorotaa ka lafa isin amma keessa le’aartanuu waaqonfatiisaaf murteeffadha’a. Anii fi maatiin tiyya ammoo Mootii Waan Maraa hin waaqonfanna» jedhe.

Gorsaa Fi Nageya Muumme’ee

Dammaqa’a; dhugeeffanna’aan jabaadha’aa dhaabbadha’a; jajjabaadha’aa, jabaadha’a.

«Maarre inni ka’ee gara abbaa ifii deebi’e. Abbaan isaa ammoo, adoo inni fagoo jiruu isa dhaggee, nayeefii itti fiigee hanqafatee sunqate.

«Ilmi isaa ammoo, Abbaa kiyya, ani Waaqaa fi si yakkeera. Haganaa achi ani ilma keeti jedhamiisaaf hin mallejedheen.

«Abbaan isaa ammoo tajaajiltoota ifiitiin, Ariifadha’aatii, woyaa, woyaa mara caaltu fida’aatii itti uffisa’a; qubee qubatti, kopheelle miilatti keya’a! Achiin duuba dardara coomaa fida’aatii qala’a, nyaataa jilifanna.

Seja o primeiro
Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-