O Espírito Santo
O Espírito Santo é a terceira pessoa da Trindade — Consolador, Mestre e Poder. Ele convence do pecado, guia em toda verdade, distribui dons e produz frutos na vida do cristão.
O Consolador prometido
Jesus prometeu enviar o Consolador — o Espírito da Verdade — que estaria para sempre com os discípulos e os guiaria em toda verdade.
Ani Abbaa hin gaafadha, innille Jajjabeessaa dhibii, ka haga bara baraa isin woliin jiraatu isiniif hin kenna.
Ani Abbaa hin gaafadha, innille Jajjabeessaa dhibii, ka haga bara baraa isin woliin jiraatu isiniif hin kenna. Inni Ayyaana dhuga’aa ti. Biyyi lafaa waan isa hin dhaggineef yookiin isa hin beenneef, isa hin fudhattu. Isin ammoo waan inni isin keessaa fi isin woliin jiraatuuf, isa hin beettan.
«Akka ijoollee haadhaa fi abbaa hin qannee qofi isin hin lakkisu; ani deebi’ee gara keessan hin dhufa. Yennaa diqqo’oon duuba biyyi lafaa deebitee na hin dhaggitu; isin ammoo na hin dhaggitan; ani jiraataa waan te’eef, isinille hin jiraattan. Ani Abbaa kiyyaan, isin anaan, anille isiniin akka jiru, guyyaa san hin beettan.
«Nami na jaalatu, nama ajaja kiyya fudhatee eegatu. Abbaan kiyya ka ana jaalatu hin jaalata; anille isa hin jaaladha, ifille isatti hin mudhisa» jedhe. Yihudaa nama biyya Keriyootii adoo hin te’in, Yihudaan dhibiin, «Gootta’a, biyya lafaatitti adoo hin te’in, attamiin nu’utti ifi mudhitta?» jedhe.
Yesuus deebisee, «Nami na jaalatu Jecha kiyya hin eegata. Abbaan kiyya isa hin jaalata; anii fi Abbaa kiyya gara isaa dhunnee woliin hin leena. Nami na hin jaalanne Jecha kiyya hin eegatu. Jechi isin dhageettanu kun, ka Abbaa na ergeeti malee, kiyyaa moti.
«Ani amma adoo isin woliin jiruu tana isinitti himeera. Jajjabeessaan Ayyaanni Woyyichi, ka Abbaan maqaa kiyyaan ergu, waan mara isin hin barsiisa; waan ani isinitti hime maralle isin hin qaabachiisa.
Jajjabeessaan Ayyaanni Woyyichi, ka Abbaan maqaa kiyyaan ergu, waan mara isin hin barsiisa; waan ani isinitti hime maralle isin hin qaabachiisa.
Jajjabeessaan Ayyaanni Woyyichi, ka Abbaan maqaa kiyyaan ergu, waan mara isin hin barsiisa; waan ani isinitti hime maralle isin hin qaabachiisa.
«Ani Ayyaana dhuga’aa Jajjabeessaa, ka Abbaa biraa dhufu, isiniif hin erga. Inni naaf dhugaa hin baya.
Ani ammoo dhugaa isinitti hima: ani yoo deeme isinii woyya; sababille ani yoo hin deemin, Jajjabeessaan gara keessan hin dhufu. Ani yoo deeme ammoo, isa gara keessan hin erga. Inni yennaa dhufe, marroo cubbu’uu, marroo balchumma’aatii fi marroo mura’aa kolbaa biyya lafaatitti hin mudhisa.
Yesuus deebisee, «Ani dhugaa sitti hima, eennulle bisaanii fi Ayyaana Woyyichaan yoo hin dhalatin, mootummaa Waaqaatitti galuu hin dande’u.
Yesuus deebisee, «Ani dhugaa sitti hima, eennulle bisaanii fi Ayyaana Woyyichaan yoo hin dhalatin, mootummaa Waaqaatitti galuu hin dande’u. Nama foonii irraa ka dhalate foon; ka Ayyaana irraa dhalate ammoo Ayyaana. Waan ani, ‹Lammeessoo dhalatuu qaddan› si’iin jedheef hin masoonfatin.
Aninuu isa hin beenne, Waaqi akka ani bisaaniin cuuphuuf na erge ammoo, ‹Ka Ayyaana Woyyichaan cuuphu, Ka Ayyaanni Woyyichi isa irra bu’ee hafuun ati dhaggitu› anaan jedheera.
O derramamento do Espírito
No Pentecostes, o Espírito desceu como fogo sobre os discípulos. Desde então, todos os que creem recebem o Espírito.
Jilti guyyaa shantameesso’oo ta «Phenxeqosxee» jedhantu yennaa geette, dhugeeffattooti duudiin addee tokkotti wolitti qabamaneeraniiyyu. Dedhuma huuruun akka bubbee guddo’oo fakkaattu ol-gubbaa irraa dhuttee, mana isaan keessa jiranulle guutte. Achiin duuba wonni bobe’a ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate; gargar cicciteelle tokko tokkoo isaanii gubba’atti bu’e. Isaan duudiinuu Ayyaana Woyyichaan guutamanee, haga inni isaan dandeessisetti afaan adda addaatiin dubbatuu jalqabane.
Yihudooti Waaqa sodaatanu ka biyya biyya lafaa keessa jirtu mara irraa dhufane Yerusaalem keessa jiraniiyyu.
Dedhuma huuruun akka bubbee guddo’oo fakkaattu ol-gubbaa irraa dhuttee, mana isaan keessa jiranulle guutte. Achiin duuba wonni bobe’a ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate; gargar cicciteelle tokko tokkoo isaanii gubba’atti bu’e. Isaan duudiinuu Ayyaana Woyyichaan guutamanee, haga inni isaan dandeessisetti afaan adda addaatiin dubbatuu jalqabane.
Achiin duuba wonni bobe’a ibiddaa fakkaatu isaanitti mudhate; gargar cicciteelle tokko tokkoo isaanii gubba’atti bu’e. Isaan duudiinuu Ayyaana Woyyichaan guutamanee, haga inni isaan dandeessisetti afaan adda addaatiin dubbatuu jalqabane.
Pheexroos isaaniin, «Cubbuu teessaniif akka araarri kennamu, tokkoon tokkoon keessan cubbuu teessan irraa deebitanee, maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphama’a; kennansa Waaqaa, Ayyaana Woyyicha hin fudhattan.
Pheexroos isaaniin, «Cubbuu teessaniif akka araarri kennamu, tokkoon tokkoon keessan cubbuu teessan irraa deebitanee, maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphama’a; kennansa Waaqaa, Ayyaana Woyyicha hin fudhattan.
ammoo yennaa Ayyaanni Woyyichi isin irratti bu’u, hunna hin dhaggattan; yennaa san Yerusaalemitti, lafa Yihuda’aa duudi’itti, Samaariya’aa fi biyya lafaa duudi’itti dhugaa bayoota tiyya hin teetan» jedhe.
ammoo yennaa Ayyaanni Woyyichi isin irratti bu’u, hunna hin dhaggattan; yennaa san Yerusaalemitti, lafa Yihuda’aa duudi’itti, Samaariya’aa fi biyya lafaa duudi’itti dhugaa bayoota tiyya hin teetan» jedhe.
Isaan daadimataneen duuba, addeen isaan itti wolitti qabamane tachoote. Isaan duudiin Ayyaana Woyyichaan guutamanee sodaa malee jecha Waaqaa lallabane.
Isaan daadimataneen duuba, addeen isaan itti wolitti qabamane tachoote. Isaan duudiin Ayyaana Woyyichaan guutamanee sodaa malee jecha Waaqaa lallabane.
Nuuti waan kanaaf dhugaa baatota; Ayyaanni Woyyichi, ka Waaqi worra isaaf ajajamuuf kennulle dhugaa baya’a» jedhane.
Isaan Goottaa tajaajilaa adoo laamanuu Ayyaanni Woyyichi isaaniin, «Baarnaabaasii fi Saa’ol hujii ani isaan waameef, isaan naaf fowa’a» jedhe.
Isaan yennaa tana dhage’ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane. Yennaa Phawuloos harka ifii isaan irra keye, Ayyaanni Woyyichi isaan irra bu’e; isaan afaan haareya hin beekkanneen dubbatanee, raagalle raagane.
Dons do Espírito
A cada um é concedida a manifestação do Espírito para o bem de todos. Os dons são diversos, mas o Espírito é o mesmo.
Kennansi Ayyaanaa ka nama duudii keessatti mudhatu, bu’aa nama duudi’iitiif kenname. Ayyaanni Woyyichi tokkoof dandeettii qaroomaan dubbatiisaa hin kenna; ka dhibi’iif Ayyaanni sunuu dandeettii beekkumsaan dubbatiisaa hin kenna. Tokkoof Ayyaanni sunuu dhugeeffannaa hin kenna; ka dhibi’iif kennansa dhibee irraa fayyisiisaa hin kenna. Tokkoof hunna bilbaasa hujiisaa, kaaniif hunna raaga dubbataa hin kenna; ka dhibi’iif dandeettii ittiin kennansa Ayyaana Woyyichaatii fi ayyaana hama’aa addaan baasiisaa, tokkoof dandeettii afaan haareya adda addaatiin dubbatiisaa, ka dhibi’iif dandeettii ittiin waan afaan adda addaatiin dubbatame addaan baasiisaa hin kenna. Ayyaana tokkochuma sanitti tana duudii godha; Ayyaanni Woyyichi akka fedhetti nama tokko tokkoofuu kennansa addaa kenna.
Tanaaf nami Ayyaana Waaqaatiin sooreffamee, Yesuus abaaru hin jiru; akkasuma Ayyaana Woyyichaan yoo sooreffame malee eennulle, «Yesuus Gootta’a» ka jedhu akka hin jirre akka beettanu barbaada.
Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te’e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti. Waaqi gati’iin isin bitate. Maarre nafa keessaniin Waaqa ulfeessa’a.
Isin galma Waaqaa akka teetanee fi Ayyaanni Waaqaa isin keessa akka jiru hin beettanuu?
Waan nama tokko keessa jiru mara ayyaanuma nama san keessa jiruttuu beeka malee, nami dhibiin hin beeku. Akkasuma ayyaana Waaqaa malee, marroo Waaqaa ka beeku eennulle hin jiru.
Fruto do Espírito
O fruto do Espírito é amor, alegria, paz, paciência, bondade, fidelidade, mansidão e domínio próprio.
Midhaan Ayyaanaa ammoo jaalala, gammada, nageya, ossa, arjummaa, dansummaa, addatama, qajeelumma’aa fi ifi qabatiisa. Seerri waan akkasii kana dhooggu hin jiru.
Midhaan Ayyaanaa ammoo jaalala, gammada, nageya, ossa, arjummaa, dansummaa, addatama,
Jaalalli Waaqaa karaa Ayyaana Woyyicha nuuf kennameetiin, gadhaa keenna waan guuteeruuf, addiin nu hin qaanessitu.
Mootummaan Waaqaa mootummaa balchumma’aa, nageyaatii fi gammada Ayyaanni Woyyichi kennuu ti malee, mootummaa nyaataatii fi uniisaatii moti.
Addiin teessan hunna Ayyaana Woyyichaatiin ittuma akka guddattu, Waaqi addii namaaf kennu, isatti dhugeeffachuu keessaniin, gammadaa fi nageya maraan isin guutuu ti.
Não entristeçais o Espírito
Não entristeçais o Espírito Santo de Deus. Não apaguem o Espírito — antes, enchei-vos dele continuamente.
Guyyaa itti wodantanuuf chaappaa ittiin mallatteeffantane, Ayyaana Woyyicha Waaqaa hin gaddisiisina’a.
Guyyaa itti wodantanuuf chaappaa ittiin mallatteeffantane, Ayyaana Woyyicha Waaqaa hin gaddisiisina’a.
Ayyaana Woyyichaan guutama’a malee, daadhii woyni’ii ta isin balleessituun, hin machowina’a.
Fuula keeti duraa na hin fageessin;
Ayyaana keeti Woyyichalle na irraa hin fudhatin.
Ka isaa te’uu keennaaf beessisa ifii nu irratti godhee, karra hegeri nuu kennuuf akka qaddi’iititti Ayyaana Woyyicha ifii gadhaa keenna keessa ka keye isa.
Goottaan Ayyaana; addee Ayyaanni Gootta’aa jirutti bilisummaan hin jirti.
Goottaan Ayyaana; addee Ayyaanni Gootta’aa jirutti bilisummaan hin jirti.
O Espírito nos capacita
O Espírito intercede por nós, batiza e capacita para o serviço. Ele é poder para a missão e conforto na aflição.
dhiigi Kiristoosii ka karaa Ayyaana bara baraatiin, woreega fokkoo hin qanne godhee, Waaqaaf ifi dhikeesse, Waaqa jiraataa akka Waaqonsinuuf, hujii du’atti geessitu irraa attam attam irra caalaa wodanaa keenna qulleessa ree!
Jaalota tiyya, isin ammoo dhugeeffannaa teessan ta waan duudi’iin irra woyyittii teete irratti dhaabbadha’aatii jabaadha’a! Hunna Ayyaana Woyyichaatiin daadimadha’a! Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega’a!
Sababille dubbiin raagaa worra Ayyaana Woyyichaan sooreffameen Waaqa irraa dhutte malee, ijjumaa fedha namaatiin hin dhunne.
Adoo inni tana yaadiisatti jiruu, ergamaan Waaqaa oojju’uun isatti mudhatee, «Yoseefii sanyii Daawitii! Maariyaamiin ati kadhatteertu, Ayyaana Woyyichaan waan ulfootteertuuf, akka niitii teeti teetu gara mana keetii fudhatiisaaf hin sodaatin.
Yennaa isaan dabarsanee isin kennanu ammoo, maan akka jettanu yookiin attam akka dubbattanu hin yaadina’a; yennuma san wonni dubbattanu isiniif hin kennanti. Ayyaana Abbaa keessan ka ol-gubba’aatitti isin keessa jiraatee dubbata malee, isinii moti.
Ammalle, ani isinitti hima, isin keessa nami lama, biyya lafaa irratti marroo waan tokkoo wolii galee yoo daadimate, Abbaan kiyya ka ol-gubbaa jiru waan isaan daadimatane san isaaniif hin godha. Addee namooti lama yookiin sad maqaa kiyyaan wolitti qabamanutti, ani isaan woliin jira» jedhe.
Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema’aatii maqaa Abba’aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha’a. Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa’a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.
«Yennaa qabanee gara mura’aa isin geessane, ‹Maan dubbanna laati?› jedhaa dursitanee hin yaadina’a. Ammoo waanuma yennaa san isinii kenname dubbadha’a; dubbii isin dubbattanu ka dubbatu Ayyaana Woyyicha malee isinii moti.
Kolbaan mara cuuphanteen duuba Yesuusille cuuphame. Adoo inni daadimatiisatti jiruu ol-gubbaan banantee, Ayyaanni Woyyichi saphaliisa fakkaatee dhufee isa irra bu’e. Ol-gubbaa irraa, «Ati Ilma kiyya jaalatama’a. Ani si’itti gammadeera» qoonqoon jettu dhage’ante.
«Ayyaanni Gootta’aa ana irra jira,
worra hiyyeeyyi’iif Oduu Gammadaa akka himuuf na muudeera.
Worra booji’ameef bilisummaa akka lassuuf,
worra ballaa akka dhaggisiisuuf,
worra miicame akka baasuuf,
«Ayyaanni Gootta’aa ana irra jira,
worra hiyyeeyyi’iif Oduu Gammadaa akka himuuf na muudeera.
Worra booji’ameef bilisummaa akka lassuuf,
worra ballaa akka dhaggisiisuuf,
worra miicame akka baasuuf,
woggaa Goottaan kolbaa ifii fayyisulle
akka lassuuf na ergeera» dubbiin jettu addee itti barreeffanteertu dhagge.
Isin adoo hamoota teetanuu, waan dansaa ijoollee teessaniif kenniisa yoo beettane, Abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru, attam caalchisee worra isa gaafatuuf Ayyaana Woyyicha kennuu dhaba!» jedhe.