Publicidade

Por Bíblia Online

A fé é o fundamento da vida cristã. Sem fé é impossível agradar a Deus. Pela fé somos salvos, vivemos, vencemos o mundo e recebemos as promessas de Deus.

O que é a fé

A fé é a certeza daquilo que esperamos e a prova das coisas que não vemos. Ela é o alicerce de toda a vida espiritual.

Dhugeeffannaa

Dhugeeffannaa jechuun waan addi’iin eeggatamu tokko, «Dhuguma hin te’a» jedhanee fudhatiisa; waan ilaan hin dhaggine tokkolle akka waan dhaggamuutitti laakkowiisa.

Dhugeeffannaa

Dhugeeffannaa jechuun waan addi’iin eeggatamu tokko, «Dhuguma hin te’a» jedhanee fudhatiisa; waan ilaan hin dhaggine tokkolle akka waan dhaggamuutitti laakkowiisa.

Dhugeeffannaa

Dhugeeffannaa jechuun waan addi’iin eeggatamu tokko, «Dhuguma hin te’a» jedhanee fudhatiisa; waan ilaan hin dhaggine tokkolle akka waan dhaggamuutitti laakkowiisa.

Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.

Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.

Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.

Abrahaam guddoo dulloomulle, Saaraan ta deya hin qanne teetulle, Waaqi waadaa gale addatamaa akka te’e waan beekeeruuf, dhugeeffanna’aan hunna uumatiisaa dhaggate.

Nami balchaan kiyya ammoo,

dhugeeffanna’aan jiruu dhaggata.

Yoo duubatti sissiqe ammoo ani itti hin gammaddu» hin jedha.

Nuuti jalqaba’aa fi muummessaa dhugeeffannaa teennaa ka te’e Yesuus ilaaliisaan rukkinna; inni waan gammadi fuula isaa dura jiruuf, salphinna fannoo irratti du’iisaa adoo woyitti hin laakkowin, rakkinnaa fi du’a fanno’oo ossatee midda barcumaa mootumma’aa ka Waaqaatitti tee’e.

Salvos pela fé

Pela graça sois salvos, mediante a fé. O justo viverá pela fé — essa é a declaração central do evangelho.

Isin badhaadha Waaqaatiin karaa dhugeeffanna’aatiin fayyitane malee, hujii teessaniinii moti; isiin tun kennaa Waaqaa ti. Akka nami tokkolle ittiin ifi hin jajne, huji’iinii moti.

Kana mara woliin, daayota hamaalessaa ka bobe’u mara, dhugeeffannaa ittiin dhaanfuu dandeettanu, akka wonte’ee qabadha’a.

Kana mara woliin, daayota hamaalessaa ka bobe’u mara, dhugeeffannaa ittiin dhaanfuu dandeettanu, akka wonte’ee qabadha’a.

Durummaa ulfinna isaatiin keessi keessan karaa Ayyaana isaatiin akka jajjabaatu hunna akka isiniif kennu daadimadha. Karaa dhugeeffanna’aatiin Kiristoos gadhaa keessan keessa akka qubatu ani hin daadimadha. Ani akka isin jaalalaan hiddaa fi hundee qabaattanu daadimadha.

«Balchaan dhugeeffanna’aan jiruu dhaggata» jedhantee barreeffanteerti; balchummaan Waaqaa huji’iin waan mudhatteef, jalqabaa haga dhumaatitti nami dhugeeffanna’aan balchooma.

Waaqa Duratti Balchoomuu

Tanaaf, eega dhugeeffanna’aan Waaqa duratti balchoonne, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa woliin nageya qanna.

Nami hujii dansaa dhabulle, Waaqa cubbaalleyyii balchoonsutti yoo dhugeeffate, dhugeeffannaan isaa balchumma’atti hin laakkowantiif.

Nami gadhaa keessatti dhugeeffatee balchooma; afaaniin dhugaa bayee fayya.

Maarre, dhugeeffannaan Oduu Gammadaa dhage’iisa irraa dhutti; Oduun Gammadaalle karaa jecha Kiristoosiitiin dhutti.

Maarre, dhugeeffannaan Oduu Gammadaa dhage’iisa irraa dhutti; Oduun Gammadaalle karaa jecha Kiristoosiitiin dhutti.

Namatti Hin Murin

Nama dhugeeffanna’aan dadhabeeru ifitti qabadha’a malee, yaada isaa irratti isa woliin hin mormina’a.

Ammoo yoo isaan marroo waan nyaatanuu mama qabaatane, hujiin isaanii dhugeeffanna’aan waan hin te’iniif, yennaa nyaatane Waaqi isaanitti mura. Wonni dhugeeffanna’aan hin te’in maraa cubbu’u.

Addiin teessan hunna Ayyaana Woyyichaatiin ittuma akka guddattu, Waaqi addii namaaf kennu, isatti dhugeeffachuu keessaniin, gammadaa fi nageya maraan isin guutuu ti.

Fé que vence

Esta é a vitória que venceu o mundo: a nossa fé. A fé remove montanhas e abre caminhos impossíveis.

Sababille nami Ilma Waaqaa te’e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna.

Sababille nami Ilma Waaqaa te’e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna.

Sababille nami Ilma Waaqaa te’e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna.

Yesuus, «Maaf Yoo dandeettejetta? Nama dhugeeffannaa qabuuf wonni marti hin dande’anti» jedhee deebise.

Yesuus, «Maaf Yoo dandeettejetta? Nama dhugeeffannaa qabuuf wonni marti hin dande’anti» jedhee deebise.

Yesuusille deebisee, «Waaqatti dhugeeffadha’a.

Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha’a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.

Yesuusille isaan, «Dhugeeffannaan teeti si fayyicheerti deemi!» jedhe.

Fé e confiança

Confia no Senhor de todo o coração. A fé não depende de circunstâncias — ela se apoia na fidelidade de Deus.

Gadhaa tokkochaan Mootii Waan Maraatitti addadhu;

hubantii teetitti hin irkatin.

Karaa keeti maraan isa beeki;

inni daandii teeti si’iif hin qajeelcha.

Ani karaa dhuga’aa filadheera;

seera keeti ifi dura keyadheera.

Nuuti ka jiraannulle dhugeeffanna’aan malee, isa dhaggiisaanii moti.

Nuuti ka jiraannulle dhugeeffanna’aan malee, isa dhaggiisaanii moti.

Dhugeeffannaan teessan qarummaa namaa irratti adoo hin te’in hunna Waaqaa irratti ta hundootte akka teetuuf ani tana godhe.

Raaga dubbatiisaaf kennaa qabaadhee, dhossaa duudii beekee, beekkumsa duudii qabaadhee, dhugeeffannaa guddoo ta gaara adde’ee buqqittu qabaadhee, jaalala qabaatuu yoo dhabe ammoo, ani womaa moti.

Gorsaa Fi Nageya Muumme’ee

Dammaqa’a; dhugeeffanna’aan jabaadha’aa dhaabbadha’a; jajjabaadha’aa, jabaadha’a.

Pedidos pela fé

Se tiverdes fé como um grão de mostarda, nada vos será impossível. Jesus elogiou a grande fé dos que o buscaram.

Yesuus deebisee, «Waan dhugeeffannaan teessan diqqaatteef re! Ani dhugumaan isinitti hima, dhugeeffannaa haga midhaan sanaafici’ii adoo qabaattanee, gaara kanaan, Asii ka’ii achi deemi!yoo jettane, innille hin deema; wonni isiniif hin dande’anne hin jirtu. [

Yesuus deebisee, «Waan dhugeeffannaan teessan diqqaatteef re! Ani dhugumaan isinitti hima, dhugeeffannaa haga midhaan sanaafici’ii adoo qabaattanee, gaara kanaan, Asii ka’ii achi deemi!yoo jettane, innille hin deema; wonni isiniif hin dande’anne hin jirtu. [

Yesuus deebisee, «Ani dhuguma isinitti hima, isin yoo dhugeeffannaa qabaattane, mamuulle yoo dhaddane, waan muka harru’uu irratti te’e qofaa hin gootanu; isin gaara kanalle’een, Asii ka’ii abbaaya’atti darbamiyoo jettanneeyyuu, hin teeti.

Dhugeeffanna’aan daadimattanee waan gaafattanu mara, hin fudhattan» isaaniin jedhe.

Achiin duuba Yesuus deebisee, «Dubartii tana, dhugeeffannaan teeti guddo’o! Akkuma halchaa teetii sii teetuu» jedheen. Intalti isi’iille yoosuma fayyite.

Achiin duuba Yesuus ila isaanii qaqqabee, «Akkuma dhugeeffannaa teessanii isinii teetuu ti!» jedhe;

Jarri tokko achitti namicha nafi isaa laashowee itillee irra irkateeru tokko gara isaa fidde. Yesuus yennaa dhugeeffannaa isaanii dhagge, namicha nafa laashoween, «Ilma kiyya, jabaadhu! Cubbuu teetiif araarri kennameera» jedhe.

Fé como virtude

Segue a justiça, a fé, o amor, a paz. Combati o bom combate, completei a carreira, guardei a fé.

Gorsa Phawuloos Ximootewoosiif Kenne

Ati nami Waaqaa ammoo, waan kana duudii irraa fagaadhu; balchummaa, akka nama Waaqaa le’uu, dhugeeffannaa, jaalala, ciniinnatanee ossu’uu fi qajeelummaa hordof.

Gorsa Phawuloos Ximootewoosiif Kenne

Ati nami Waaqaa ammoo, waan kana duudii irraa fagaadhu; balchummaa, akka nama Waaqaa le’uu, dhugeeffannaa, jaalala, ciniinnatanee ossu’uu fi qajeelummaa hordof.

Ani akka dansaa wodhaantoo qabadheera; doggommii tiyya fixadheera; dhugeeffannaa tiyyalle eegadheera.

Yoo nuuti addatamuu dhanne,

inni waan ifi hin mormanneef,

addatamee jiraata» jettu tun dhuga’a.

Waaqa Abbaa keennaa duratti hujii dhugeeffannaa teessanii, jaalalaaf jettanee attam akka dadhaddanee fi addiin isin Goottaa keenna Yesuus Kiristoositti qaddanu attam jadduu akka teete hin qaabanna.

Tanaaf obboleeyyan tiyya, rakkoo fi farra keenna maraa keessatti, sababa dhugeeffannaa teessaniitiif isiniin jajjabaanneerra.

dhugeeffanna’aa fi beekkumsi kun, addii jiruu bara baraa, ka Waaqi dhara hin dubbanne, jalqaba baraatiin dura kenne irratti ta hundootte.

Goottaan, Mootiin Waan Maraa Woyyichi Israa’elii, «Isin yoo cubbuu teessan faaci’attanee foorfattane hin fayyitan; cadhittanee naaf yoo addatantane hin jabaatta; isin ammoo diddanee,

Fé viva

A fé sem obras é morta. Peça com fé, sem duvidar. A fé nos conecta com o poder de Deus e produz frutos eternos.

Nafi hafuura hin qanne ka du’e; dhugeeffannaan hujii hin qannelle ta duute.

Sababille haga ilaallatamuun dhugeeffannaa teessanii ciniinnattanee ossiisa akka fidu hin beettan.

Sababille haga ilaallatamuun dhugeeffannaa teessanii ciniinnattanee ossiisa akka fidu hin beettan.

Nami isin keessaa qarummaan dhidhatte yoo jiraate, Waaqa nama maraaf arjumma’aa fi komii malee kennu gaafatuu ti! Innille isaaf hin kenna. Ammoo adoo hin mamin dhugeeffanna’aan gaafatuu ti; nami mamu akka danbalii abbaaya’aa ta qilleensaan asii fi achi darbantuu ti. Nami akkasii, ka yaada lamaatii fi karaa maraan raafamaa waan te’eef, Goottaa biraa waan tokkolle hin dhaggadha jedhee hin eegatin.

Ammoo adoo hin mamin dhugeeffanna’aan gaafatuu ti; nami mamu akka danbalii abbaaya’aa ta qilleensaan asii fi achi darbantuu ti.

Amma yennaa gabaaddu’uuf haga ilaallatama gara garaatiin gadditanulle, marroo waan kanaa guddoo gammada’a. Worqiin badduuyyuu, ibiddaan haga ilaallatanti; dhugeeffannaan teessan ammoo ta worqii caalaa gatii guddo’oo, ta dhuga’aa te’uu isi’ii mirkaneessiisaaf ilaallachaan tun isin dhaqqaddi. Achiin duuba guyyaa Yesuus Kiristoos deebi’ee mudhatu galata, ulfinnaa fi leelloo dhaggattan. Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda’aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan. Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda’aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan. Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

Obboleeyyan teessan ta biyya lafaa duudii keessa jirtu, rakkoo akkasii akka fudhatu beeka’aatii, dhugeeffanna’atti jabaadha’aatii Seexana morma’a.

Promessas da fé

Quem crer terá a vida eterna. A fé abre as portas do impossível e nos dá acesso às promessas de Deus.

Nami isatti dhugeeffatu maraa jiruu bara baraa akka qabaatu malee akka hin banneef, Waaqi biyya lafaa guddoo waan jaalatuuf Ilma ifii tokkochuma san kenne.

Ka Ilmatti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa qaba; ka Ilma Waaqaatiif hin ajajanne ammoo mufii Waaqaa jala jiraata malee, jiruu hin qabaatu» jedhe.

Yesuus isaaniin, «Sagaleen jiru’uu ana; ka gara kiyya dhufu ijjumaa hin beelotu; ka natti dhugeeffatu ijjumaa hin dheebotu.

Yesuus, «Du’aa ka’iisaa fi jiruun ana. Ka natti dhugeeffatu, du’ulle jiru’uun hin le’a; Ka jiru’uun le’uu fi natti dhugeeffatu marti hin du’u. Ati kana hin dhugeeffattaa?» isi’iin jedhe.

Yesuus isi’iin, «Yoo dhugeeffatte ulfinna Waaqaa akka dhaggitu, ani sitti hin hinnee?» jedhe.

Waaqaaf wonni hin dande’anne hin jirtu» jedhe.

Maarre haganaa achi Kiristoos ana keessa le’a malee, ani ifiif hin le’u. Le’ii amma fooniin le’ulle, Ilma Waaqaa ka ana jaalatee, ifi dabarsee naaf kennetti dhugeeffatiisaan le’a.

Ijoollee Waaqaa

Kiristoos Yesuusitti dhugeeffatiisaan, isin martinuu ijoollee Waaqaa ti. Isin worri Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphantane maraa, Kiristoos akka woya’aa uffattaneertan.

Nuuti ammoo karaa Ayyaana Waaqaatiin, balchummaa addii godhannu dhugeeffanna’aan dharra’aa eeganna.

sababille daadimannaa keessanii fi qarqaarsa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin akka bilisa bawu hin beeka.

Waaqi dhossaa ifii ta ulfinna guutuu qaddu tana worra Yihudoota hin te’in oddu’utti, kolbaa ifiititti mudhisuu filateera. Dhossaan mudhatte tunille Kiristoosii isin keessa jiru; inni ulfinna isin dhaggattanuuf addii keessan.

Waaqi yoo na ijjeeselle,

ani isuma addadha;

dhugaa tiyyalle isuma duratti falmadha.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-