Pular para o conteúdo
Publicidade

Homem de Deus

Por Bíblia Online

O homem de Deus é aquele que busca a justiça, a piedade, a fé e o amor. A Bíblia apresenta modelos de homens íntegros que andaram com Deus e marcaram a história.

Características do homem de Deus

O homem de Deus foge das paixões e segue a justiça, a piedade, a fé, o amor, a perseverança e a mansidão.

Gorsa Phawuloos Ximootewoosiif Kenne

Ati nami Waaqaa ammoo, waan kana duudii irraa fagaadhu; balchummaa, akka nama Waaqaa le’uu, dhugeeffannaa, jaalala, ciniinnatanee ossu’uu fi qajeelummaa hordof.

Dubbii afaan keeti keessaa baatuun, haasowaan, le’iin, jaalalaan, dhugeeffanna’aa fi qulqullumma’aan dhugeeffattootaaf fakkeenna te’i malee, dargaggeessa waan teeteef eennulle si hin tuffatin.

Gorsaa Fi Nageya Muumme’ee

Dammaqa’a; dhugeeffanna’aan jabaadha’aa dhaabbadha’a; jajjabaadha’aa, jabaadha’a. Waan hujjanu mara jaalalaan huja’a.

Ee nama, Mootiin Waan Maraa waan dansaa sitti mudhiseera. Mootiin Waan Maraa maan si irraa barbaada? Haqa akka hujjuuf, marartii akka jaalattuuf, gad ifi qabiisaan Waaqa keeti woliin akka ideentuufii motii ree?

Exemplos bíblicos

Noé era justo e íntegro entre seus contemporâneos. Jó era homem reto que temia a Deus e se desviava do mal.

Nohi

Nohi dhaloota san keessatti nama balchaa, ka komii hin qannee fi ka Waaqa woliin ideeme.

Seexanni Iyoob Ataabe

Nami maqaan isaa «Iyoob» jedhamu ka lafa, «Uzi» jedhantu keessa le’u tokko jiraayyu; inni nama komii hin qanne, qajeelaa, ka Waaqa sodaatuu fi ka waan hantuu irraa fagaate.

Nami Waaqa biraa ergame, ka Yohaannis jedhamu tokko jiraayyu. Inni nami martinuu dubbii isaa dhage’ee akka dhugeeffatu, marroo ifa sanii kolba’atti himiisaaf dhufe.

Ilti nama qaro’oo gara qarumma’aa ilaalti;

ilti nama gowwa’aa ammoo gara mara joonjiti.

Viver como filho de Deus

Quem faz a vontade de Deus é eleito. Medite na Palavra e ande nos caminhos do Senhor como verdadeiro discípulo.

Te’uu malee, worra isa fudhatee itti dhugeeffate maraaf, akka ijoollee Waaqaa te’anuuf midda kenne. Isaan Waaqa irraa dhalatane malee, fedha dhiiraa irraa yookiin fedha foonii irraa yookiin fedha dhiigaa irraa hin dhalanne.

Waaqi cubbaaleyyi’iif akka hin dhageenne nuuti hin beenna; inni worra isa ulfeessuu fi fedhii isaa muummessuuf dhage’a.

Seera Mootii Waan Maraatiif Ajajamuu

Dargaggooti attamiin karaa ifii

qulqullumma’aan eegatiisa dande’an?

Karaa ifii akka jecha keetiititti eegatiisaan.

Ani gadhaa tokkochaan si barbaada;

ajaja keeti irraa akka goru na hin lakkisin.

Akka si hin yakkineef,

jecha keeti gadhaa kiyya keessatti dhoffadheera.

Ee Mootii Waan Maraa, ati ka leellifante;

seera keeti na barsiisi.

Ani qajeelfama afaan keetii baye mara,

afaan kiyyaan hin lallaba.

Akkuma nami durummaa guddo’otti gammadu,

ani qajeelfama keeti hordofiisatti

hin gammada.

Ani ajaja keeti irra deddeebi’ee itti hin yaada;

karaa keeti irraa ila tiyya hin buqqifadhu.

Ani seera keetiin hin gammada;

ani jecha keeti hin dedhu.

Karaa Lama

Nami gorsa hamaaleyyi’iitiin hin ideenne,

ka karaa cubbaaleyyi’ii hin hordonne,

ka worra busheeshu woliin tokkummaa hin qanne,

ka gammade.

Nami akkasii ammoo

seera Mootii Waan Maraatiin gammada;

halkanii fi guyyaa seeruma isaa yaadata.

Inni akka muka laga qarqaratti dhaabamee,

yennaa yenna’aan midhaan buusuu,

ka baalli isaa hin qoorree ti.

Wonni inni huju marti isaaf hin teeti.

Hamaaleyyiin ammoo akkasii moti;

isaan akka hicaacee qilleensi haxowee deemuu ti.

Tanaaf, hamaaleyyiin muraa jalaa hin bayanu;

cubbaalleyyiille yaa’ii balchootaa keessatti

hin dhaggamanu.

Tanaaf, Mootiin Waan Maraa

karaa balchootaa hin beeka;

karaan hamaaleyyi’ii ammoo hin bada.

Le’ii dullattii dur le’aa turtane, ta halchaa sobaatiin badde san ifi irraa gata’a. Ayyaana qalbii teessaniitiin haareffama’a. Jiruu haareya, balchumma’aa fi woyyummaa dhuga’aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha’a.

Seja o primeiro