Pular para o conteúdo
Publicidade

Liberdade

Por Bíblia Online

Cristo nos libertou para a liberdade. A Bíblia proclama a libertação do pecado, da condenação e de toda forma de escravidão espiritual. Na verdade de Cristo, somos verdadeiramente livres.

Liberdade em Cristo

Para a liberdade Cristo nos libertou. Se o Filho vos libertar, verdadeiramente sereis livres. Não volteis ao jugo da escravidão.

Bilisummaa Kiristoosiin Dhaggantu

Bilisumma’aan akka leenuuf Kiristoos bilisa nu baase. Tanaaf jabaadha’aa dhaabbadha’a! Deebitaneelle waanjoo garboomaatiin hin hidhamina’a!

Bilisummaa Kiristoosiin Dhaggantu

Bilisumma’aan akka leenuuf Kiristoos bilisa nu baase. Tanaaf jabaadha’aa dhaabbadha’a! Deebitaneelle waanjoo garboomaatiin hin hidhamina’a!

Ilmi yoo bilisa isin baase, isin dhugumaan bilisa hin baatan.

Ilmi yoo bilisa isin baase, isin dhugumaan bilisa hin baatan.

Dhugaan Bilisa Isin Baatti

Maarre Yesuus Yihudoota worra isatti dhugeeffateen, «Isin barsiisa kiyyaaf yoo ajajantane, dhugumaan barattoota tiyya; isin dhugaa hin beettan; dhugaalle bilisa isin hin baatti» jedhe.

Livres da condenação

Não há condenação para os que estão em Cristo Jesus. A lei do Espírito nos libertou da lei do pecado e da morte.

Ayyaana Waaqaatiin Jiraachuu

Maarre worri Kiristoos Yesuusiin le’u, amma muraa yakka’aa jala hin jiru. Seerri Ayyaana Woyyichaa, ka jiruu kennu karaa Kiristoos Yesuusiitiin, seera cubbu’uutii fi du’aa jalaa na baaseera.

Ayyaana Waaqaatiin Jiraachuu

Maarre worri Kiristoos Yesuusiin le’u, amma muraa yakka’aa jala hin jiru. Seerri Ayyaana Woyyichaa, ka jiruu kennu karaa Kiristoos Yesuusiitiin, seera cubbu’uutii fi du’aa jalaa na baaseera. Namummaan namaa dadhadduu waan teeteef, waan Seerri godhuu dadhabe, Waaqi godheera. Inni Ilma ifii ka namummaa teenna cubbaalettii fakkaatee, cubbuu haqiisaaf dhufe, ergiisaan cubbuu namummaa namaa keessa jirtutti yakkaa mure. Nu worra akka fedha foonii adoo hin te’in, akka fedha Ayyaanaa leenu keessatti, wonni Seerri nu irraa gaafatu balchichi akka muummowuuf, Waaqi tana godhe.

Dadi duudiin ta gatii hin qanne akka teetuuf itti murameera; kunille fedhii ifiitiin adoo hin te’in, fedhii Waaqa akka dadi duudiin addi’iin eeggattu godheetiin teete. Addiin sunille ta dadi duudiin gaafa tokko garbummaa badi’ii jalaa baatee, ulfinna bilisummaa ijoollee Waaqaa qoodantu.

Amma ammoo cubbuu jalaa baatanee garboota Waaqaa waan teetaneef woyyummaa hin dhaggatan; muummeen woyyumma’aalle jiruu bara baraa ti.

Amma ammoo cubbuu jalaa baatanee garboota Waaqaa waan teetaneef woyyummaa hin dhaggatan; muummeen woyyumma’aalle jiruu bara baraa ti.

Garboota Balchumma’aa

Yoona maan jenna ree? Nuuti badhaadha Waaqaa jala malee, cubbuu jala waan hin jirreef, cubbuu hunyuu ree? Ijjumaa waawwo’o!

Dhugeeffanna’aan Balchoomuu

Amma ammoo, Seeraaf adoo hin ajajamin karaan Waaqi kolbaa ittiin balchoonsu mudhateera; Seerri Muuse’eetii fi Raagotille karaa kanaaf dhugaa bayaneeran. Waaqi worra Yesuus Kiristoositti dhugeeffatu maraaf adoo wol hin caalchisin balchummaa hin kenna. Nami martinuu cubbuu hujeera; ulfinni Waaqaalle irraa dhidhateera. Ammoo karaa wodoo te’iisa Yesuus Kiristoosiitiin toluma badhaadha Waaqaatiin balchoomeera.

O Espírito liberta

Onde está o Espírito do Senhor, aí há liberdade. Olhe onde temos liberdade de acessar o trono da graça com confiança.

Goottaan Ayyaana; addee Ayyaanni Gootta’aa jirutti bilisummaan hin jirti.

Goottaan Ayyaana; addee Ayyaanni Gootta’aa jirutti bilisummaan hin jirti.

Nuuti Kiristoosiin waan jirruu fi isatti waan dhugeeffanneerruuf, sodaa malee gara Waaqaa dhikaatiisaaf ifi addii qanna.

«Ayyaanni Gootta’aa ana irra jira,

worra hiyyeeyyi’iif Oduu Gammadaa akka himuuf na muudeera.

Worra booji’ameef bilisummaa akka lassuuf,

worra ballaa akka dhaggisiisuuf,

worra miicame akka baasuuf,

«Ayyaanni Gootta’aa ana irra jira,

worra hiyyeeyyi’iif Oduu Gammadaa akka himuuf na muudeera.

Worra booji’ameef bilisummaa akka lassuuf,

worra ballaa akka dhaggisiisuuf,

worra miicame akka baasuuf,

Oduu Gammadaa Ta Fayyinnaa

Ayyaanni Goottaa Mootii Waan Maraa na irra jira;

akka ani oduu gammadaa

worra cunqurfameef lallabu,

na muudeera.

Worra gadhaan isaanii madaye

akka ani fayyisuuf,

worra booji’ame akka ani bilisa baasuuf,

worra hidhame akka ani hiikuuf,

Mootiin Waan Maraa na ergeera.

Liberdade responsável

Fomos chamados à liberdade, mas não usemos a liberdade como pretexto para a carne. Tudo é lícito, mas nem tudo convém.

Obboleeyyan tiyya, isin bilisumma’aaf waammantaneertan; jaalalaan wol tajaajila’a malee, bilisummaa teessan tana halchaa foonii muummeffatiisaaf karaa dagu’uu hin godhatina’a!

Obboleeyyan tiyya, isin bilisumma’aaf waammantaneertan; jaalalaan wol tajaajila’a malee, bilisummaa teessan tana halchaa foonii muummeffatiisaaf karaa dagu’uu hin godhatina’a!

Akka worra bilisaa, Waaqaaf garboolee te’aatii le’aa malee, bilisummaa teessan gollata waan hantu’uu hin godhatina’a.

Akka worra bilisaa, Waaqaaf garboolee te’aatii le’aa malee, bilisummaa teessan gollata waan hantu’uu hin godhatina’a.

Nafa Ifii Ulfinna Waaqaatiif Oolchuu

Nami tokko «Wonni marti naaf eeyyatanteerti» jedhuu dande’a. Wonni marti ammoo bu’aa qaddi jechu’uu moti. Wonni marti naa eeyyatanteerti, teetuu malee waan maraaf garba te’ee hin bitamu.

Ammoo nami Seera Waaqaa ka dhidhinna hin qanne, ka bilisa baasu hubatee ilaalu, ka ittille ossatu, ka dhage’ee hujii irra oolchuu fi ka hin deene hujii ifiitiin ka eebbifame hin te’a.

Ammoo nami Seera Waaqaa ka dhidhinna hin qanne, ka bilisa baasu hubatee ilaalu, ka ittille ossatu, ka dhage’ee hujii irra oolchuu fi ka hin deene hujii ifiitiin ka eebbifame hin te’a.

A liberdade que permanece

Conhecer a verdade é o caminho da liberdade duradoura. Cristo nos resgatou e nos fez livres para viver em plenitude.

Ani ajaja keeti muummessiisa

waan barbaaduuf,

bilisaan hin ideema.

Ani ajaja keeti muummessiisa

waan barbaaduuf,

bilisaan hin ideema.

Rakkoon balcha’aa baca’a;

Mootiin Waan Maraa ammoo

waan mara keessaa isa hin baasa.

Worri Mootii Waan Maraa jaalatu,

waan hantuu jibbuu ti;

inni lubbuu worra addatama’aa waan eeguuf,

harka worra hamaaleyyi’ii jalaa isaan hin baasa.

Ee Waaqa fayyisaa keenna,

ulfinna maqaa keetiitiif jedhii nu qarqaar;

maqaa keetiif jedhii nu baasi;

cubbuu teennalle nuu araarami.

Waaqi worra qofi le’uuf maatii hin kenna;

worra hidhamelle qananumma’atti hin baasa;

finqiltooti ammoo goomolee godduu keessa le’an.

Tanaaf obboleeyyan tiyya, araarri cubbu’uu karaa Yesuusiitiin akka isinii lallabame beeka’a. Nami isatti dhugeeffatu duudiin, cubbuu seerri karaa Muuse’eetiin kenname bilisa baasiisaaf hin dandeenne duudii jalaa bilisa baya.

Duraan Waaqa irraa fagaattanee le’aa turtane; waan hantuu yaadiisaa fi hujiisaan diina isaa teetaneertaniiyyu.

Yesuus Muka Woyni’ii Dhugicha

Yesuus, «Muki woyni’ii dhugichi Ana; ka dhaabee guddisu Abbaa kiyya. Damee natti jirtu ta midhaan hin buunne mara inni muree hin gata; dameen midhaan buuttu ammoo caalchitte akka midhaan buuttuuf, qaccee kutee qulqulleessa. Jecha ani isinitti dubbadheen isin ammumaayyuu qulqulloontaneertan. Anaan jiraadha’a, anille isiniin hin jiraadha. Dameeleen ifumaan midhaan buuttee hin dandeettu; muka woyni’iititti yoo jiraatte qofa midhaan buutti. Akkasuma isinille yoo anaan hin jiraatin midhaan buusuu hin dandeettanu.

«Ani muka woyni’ii ti, isin dameele’e. Ka anaan jiraatu, ka anille isaan jiraadhu, inni midhaan hedduu hin buusa; anaan malee womaa godhuu hin dandeettanu. Ka anaan hin jiraanne mara akka dameele’ee gatamee goga; dameeleen akkasii wolitti qabantee ibiddatti gatantee gubanti. Isin yoo anaan jiraattane, jechi kiyyalle isin keessa yoo jiraate, waan feetane mara yoo gaafattane hin dhaggattan. Midhaan hedduu isin buuttanuun Abbaan kiyya ulfaata; barattoota tiyya te’uu keessanille mudhittan.

Seja o primeiro

Este artigo te tocou? Faça uma oração!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.