Luz do mundo
Jesus declarou: 'Eu sou a luz do mundo.' A luz é metáfora central da Bíblia — Deus é luz, Cristo é luz, e os cristãos são chamados a brilhar como filhos da luz neste mundo.
Jesus, a luz do mundo
Jesus disse: quem me segue não andará em trevas, mas terá a luz da vida. Ele é a verdadeira luz que ilumina todo homem.
Yesuus Ifa Biyya Lafaa Ti
Yesuus ammalle isaaniin, «Ani ifa biyya lafaa ti; ka na hordofu marti ifa jiru’uu hin qabaata malee, ijjumaa dukkana keessa hin ideemu» jedhee dubbate.
Yesuus Ifa Biyya Lafaa Ti
Yesuus ammalle isaaniin, «Ani ifa biyya lafaa ti; ka na hordofu marti ifa jiru’uu hin qabaata malee, ijjumaa dukkana keessa hin ideemu» jedhee dubbate.
Isa keessa jiru’utti jira; jiruun sun ifa namootaa ti. Ifi dukkanatti ifa; dukkanti ijjumaa ifa hin injifattu.
Ifi dukkanatti ifa; dukkanti ijjumaa ifa hin injifattu.
Ifi dukkanatti ifa; dukkanti ijjumaa ifa hin injifattu.
Ani biyya lafaa keessa haga jiru, ifa biyya lafaa ti» isaaniin jedhe.
Ka natti dhugeeffatu marti dukkana keessatti akka hin hanneef, ani ifa te’ee gara biyya lafaa dhufeera.
Muraalleen kunoo tana: Ifi gara biyya lafaa dhufe, namooti ammoo hujiin isaanii hantuu waan teeteef, ifa caalaa dukkana jaalatane. Ka waan hantuu godhu marti ifa jibba; hujiin isaa hantuun akka hin mudhanneef gara ifaa hin dhufu. Ka waan dhuga’aa godhu marti ammoo hujiin inni Waaqaaf ajajamiisaan huje san akka ifi mudhisuuf gara ifaa dhufa» jedheen.
Deus é luz
Deus é luz e nele não há treva alguma. Se andarmos na luz, temos comunhão uns com os outros e o sangue de Jesus nos purifica.
Waaqi Ifa
Ergaan nuuti isa irraa dhageennee isinitti hinnu, «Waaqi ifa; dukkanti isa keessa ijjumaa hin jirtu» ta jettu tana.
Waaqi Ifa
Ergaan nuuti isa irraa dhageennee isinitti hinnu, «Waaqi ifa; dukkanti isa keessa ijjumaa hin jirtu» ta jettu tana. Waaqa woliin tokkummaa qanna jedhaa, dukkana keessa yoo deddeebine hin sonna; dhugaan nu keessa hin jirtu. Ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nuutille ifa keessa yoo deddeebine woli woliif tokkummaa qanna; dhiigi Ilma isaa ka Yesuusii, cubbuu teenna mara irraa nu qulleessa.
Ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nuutille ifa keessa yoo deddeebine woli woliif tokkummaa qanna; dhiigi Ilma isaa ka Yesuusii, cubbuu teenna mara irraa nu qulleessa.
Ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nuutille ifa keessa yoo deddeebine woli woliif tokkummaa qanna; dhiigi Ilma isaa ka Yesuusii, cubbuu teenna mara irraa nu qulleessa.
Arjummaa dansa’aa fi kennansi mijuun mara abbaa ifa ol-gubba’aa dade, ka akka gaaddisaa garagaggaliis yookiin jijjiiramiis bira hin jirre biraa dhufa.
Arjummaa dansa’aa fi kennansi mijuun mara abbaa ifa ol-gubba’aa dade, ka akka gaaddisaa garagaggaliis yookiin jijjiiramiis bira hin jirre biraa dhufa.
Vós sois a luz do mundo
Jesus disse aos discípulos: vós sois a luz do mundo. Não se esconde uma cidade edificada sobre um monte. Brilhem a vossa luz!
«Isin ifa biyya lafaa ti. Qachaan gaara gubba’atti ijaarame dhokatiisa hin dande’u. Eennulle ifa issee, akka nama mana keessa jiru maraaf ifa kennu, waan ifi irra keyamu irra keya malee, gonbisoo jala hin keyu. Akkasuma akka kolbaan hujii dansaa teessan dhaggitee Abbaa keessan ka ol-gubbaa jiru ulfeessitu, ifi keessan nama duudii duratti ifuu ti» jedheen.
«Isin ifa biyya lafaa ti. Qachaan gaara gubba’atti ijaarame dhokatiisa hin dande’u.
Eennulle ifa issee, akka nama mana keessa jiru maraaf ifa kennu, waan ifi irra keyamu irra keya malee, gonbisoo jala hin keyu. Akkasuma akka kolbaan hujii dansaa teessan dhaggitee Abbaa keessan ka ol-gubbaa jiru ulfeessitu, ifi keessan nama duudii duratti ifuu ti» jedheen.
Kolbaan dukkana keessa leete,
ifa guddaa dhaggite.
Worra lafa gaaddisa du’aa keessa le’uuf,
ifi ife» jedhe akka muummottuuf tun teete.
Isin ammoo sanyii fowante, hayyoota mooti’ii, kolbaa woyyittii, kolbaa Waaqaa teetanee, baasa hujii Waaqaa akka lalladdanuuf, inni dukkana keessaa gara ifa baasaa isin waame.
Isin ammoo sanyii fowante, hayyoota mooti’ii, kolbaa woyyittii, kolbaa Waaqaa teetanee, baasa hujii Waaqaa akka lalladdanuuf, inni dukkana keessaa gara ifa baasaa isin waame.
Isin duudiin ijoollee ifaatii fi guyya’aa ti. Nuuti worra halkanii yookiin worra dukkanaatii moti.
A luz nas Escrituras
A Palavra de Deus é lâmpada para nossos pés e luz para o caminho. Ela ilumina, revela e nos guia na verdade.
Jechi keeti miila kiyyaaf issa’a;
daandii tiyyaafille ifa.
Jechi keeti miila kiyyaaf issa’a;
daandii tiyyaafille ifa.
Hiiki jecha keetii ifa kenna;
worra wollaala’aaf hubantii kenna.
Daadimata Waaqatti Addatiisaa
Faaruu Daawitii.
Mootiin Waan Maraa ifa kiyyaa fi fayyinna kiyya;
ani eennu sodaadha ree?
Mootiin Waan Maraa kushee jiruu tiyyaa ti;
eentu na sodaachisa ree?
Ati madda jiru’uu ti;
nuuti ifa keetiin ifa dhaggina.
Ee Mootii Waan Maraa, ati ifa naaf hin issita;
Waaqa kiyya, ati dukkana tiyya hin issita.
Karaa keeti Mootii Waan Maraatitti kennadhu;
isa addadhu; innille si’iif hin milkeessa.
Inni balchummaa teeti akka ifaa,
haqa haajaa keetii akka aduu saafowaa hin godha.
Ati lubbuu tiyya du’a irraa,
miila kiyyalle jigiisa irraa hamburteerta.
Tanaaf, ee Waaqa, ani fuula keeti dura
ifa jiru’uu keessa ideema.
Ee Mootii Waan Maraa
Waaqa waan mara dande’u,
adde’etti nu deebisi;
nuu marariitii nu baasi.
Isaan shallaagaa ifiitiin lafa san hin qabanne;
isaan hunna ifiitiin hin injifanne;
ati waan isaan jaalatteef,
harki keeti middichi, irreen teetii fi
ifi fuula keetii tana isaaniif kenne.
Fuulli keeti ana tajaajilaa keetitti ifuu ti;
jaalala keeti ka bara baraatiin na baasi.
Luz versus trevas
A luz brilha nas trevas e as trevas não a venceram. Cristãos são chamados a não ter comunhão com as trevas, mas a expô-las.
Bulchaa biyya lafa tanaa ka te’e Seexanni qalbii worra hin dhugeeffannee jaamseera; inni Oduu Gammadaa ta ulfinna Kiristoosii isaanii issitu, ta bifa Waaqaatiin mudhatte akka isaan hin dhaggine godheera. Nuuti Yesuus Kiristoos Goottaa akka te’ee fi nuutille marroo isaatiif tajaajiltoota teessan akka teene lallabaarra malee, marroo teennaa moti. Waaqi, «Ifi dukkana keessatti ifuu ti» jedhee dubbate, ifa beekkumsa ulfinna ifii ka fuula Kiristoosii irraa mudhatu, gadhaa keenna keessatti akka ifu godhe.
Waaqi, «Ifi dukkana keessatti ifuu ti» jedhee dubbate, ifa beekkumsa ulfinna ifii ka fuula Kiristoosii irraa mudhatu, gadhaa keenna keessatti akka ifu godhe.
Worra Hin Dhugeeffanne Woliin Hin Xaxamina’a
Worra hin dhugeeffanne woliin hin xaxamina’a. Balchumma’aa fi cubbuun attam wol qabatuu dande’an? Ifaa fi dukkanti attam woliin jiraatuu dande’an?
Addiin inni itti isin waame maan akka teete, eebbi baasaa ka inni kolbaa ifiitiif addii kennu durummaa attamii akka te’e, qalbiin teessan banantee ifa isaa akka dhaggitanu,
Kolbaan dukkana keessa leete,
ifa guddaa dhaggite;
worra lafa gaaddisa du’aa keessa le’eefille
ifi baye.
Ulfinna Yerusaalemii Ka Gara Duraa
Ee Yerusaalem, ifi keeti waan dhufeef, ka’ii issi!
Ulfinni Mootii Waan Maraalle si irratti ifeera.
Ulfinna Yerusaalemii Ka Gara Duraa
Ee Yerusaalem, ifi keeti waan dhufeef, ka’ii issi!
Ulfinni Mootii Waan Maraalle si irratti ifeera.
Kunoo, dukkanti lafa hin golliti;
dukkanti dimmille kolbaa hin dhossiti.
Si’iif ammoo ifi Mootii Waan Maraa hin ifa;
ulfinni isaalle si irratti hin mudhata.
Gosi biyya adda addaa gara ifa keetii,
moototille gara ifa keeti ka ganamaa hin dhufan.
«Ee kolbaa tiyya na caqasa’a;
waan jedhulle dhage’a’a.
Seerri na biraa hin baya;
muraan tiyyalle gosa biyya adda addaatiif ifa hin teeti.
Proclamar a luz
Os cristãos são embaixadores da luz, chamados a proclamar as virtudes daquele que nos chamou das trevas para a sua maravilhosa luz.
Goottaan,
«‹Haga qaccee lafaa duudii fayyinna akka fiddu,
Ani worra Yihudoota hin te’iniif ifa si godheera› jedhee
nu ajajeera» jedhane.
Goottaan,
«‹Haga qaccee lafaa duudii fayyinna akka fiddu,
Ani worra Yihudoota hin te’iniif ifa si godheera› jedhee
nu ajajeera» jedhane.
Haga guyyaa adhaatitti Waaqi na qarqaaree, anille as dhaabbadhee, diqqa’aa fi guddaa duudi’iif dhugaa bayiisatti jira. Ani waanuma raagotii fi Muuseen hin te’a jedhane malee, waan tokkolle hin dubbanne. Isaan, ‹Masiihiin rakkatuu qaba; du’aa ka’iisaan ka jalqabaa te’ee, ifa fayyinnaa kolbaa Israa’eliitii fi worra Yihudoota hin te’iniif hin mudhisa› jedhane, jedhee dhugaa isaaniif baye» jedhe.
Achiin duuba Waaqi, «Ifi te’uu ti» jedhe. Ifille te’e.
« ‹Mootiin Waan Maraa isin eebbisu, isin eegu!
« ‹Mootiin Waan Maraa fuula ifii isiniif issu, isin mararu!
« ‹Mootiin Waan Maraa fuula ifii gara keessan deebifatu, nageya isiniif kennu!› jedhiin.
Inni waan qilee keessaatii fi
waan dhokateeru hin mudhisa;
inni waan dukkana keessa jiru hin beeka;
ifille isa woliin le’a.
Ulfinni Waaqaa, qachaa saniif ifa waan kennuu fi Hoolichille ifa isaa waan te’eef, qachaa saniif aduun yookiin jiin akka issuuf hin barbaachisu.
Haganaa achi halkan hin jiraatu; Waaqi Goottaan ifa isaanii waan te’uuf, ifi issa’aa, yookiin ifi adu’uu isaaniif hin barbaachisu. Isaan bara baraa haga bara baraatitti hin mowan.
Ifa Gonbisaa Jalaa
«Eennulle ifa issee, gonbisaa jala yookiin taqee jala hin keyu; worri gara manaa seenu akka ifa dhagguuf waan issaan irra keyamu irra keya.
Ilti teeti ifa nafa keetii ti; ilti teeti fayyaa yoo teete, nafi keeti duudiin ifaa te’a; ammoo ilti teeti dhukkudduu yoo teete nafi keeti duudiin dukkanowaa te’a.
Tanaaf wonni isin dukkana keessatti dubbattane, ifa guyya’aatitti bayee hin dhage’ama, wonni isin diinqa cufamaa keessatti qofuu haasottane guutuu manaa irratti hin lallabama» jedhe.
Este artigo te tocou? Faça uma oração!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.