Publicidade

Medo

Por Bíblia Online

O medo é uma das emoções mais paralisantes. Mas a Bíblia repete mais de 300 vezes: 'Não temas.' O perfeito amor lança fora o medo, porque Deus está conosco.

O antídoto contra o medo

No amor não existe medo; o perfeito amor lança fora o medo. O medo tem a ver com castigo, mas quem ama está em Deus.

Jaalala keessa sodaan hin jirtu; jaalaltiin guutuun sodaa baattee gatti; sodaan adabama woliin waan wol qabatteertuuf, nami sodaatu jaalaltiin isaa guutu’uu moti.

Ayyaanni Waaqi nu’uuf kenne ka hunnaa, ka jaalalaatii fi ka ifi qabatu’uuti malee, Ayyaana soda’aatii moti.

Ayyaanni Waaqi nu’uuf kenne ka hunnaa, ka jaalalaatii fi ka ifi qabatu’uuti malee, Ayyaana soda’aatii moti.

Isin Ayyaana ilmoomaa ka, «Abba’a! Abbaa keenna!» jettanee waantanuun fudhattane malee, soda’aan akka leetanuuf ayyaana ammalle isin garboonsu hin fudhanne.

Deus é refúgio

O Senhor é a minha luz e minha salvação — de quem terei medo? Ele é fortaleza da minha vida — de quem me recearei?

Daadimata Waaqatti Addatiisaa
Faaruu Daawitii.

Mootiin Waan Maraa ifa kiyyaa fi fayyinna kiyya;

ani eennu sodaadha ree?

Mootiin Waan Maraa kushee jiruu tiyyaa ti;

eentu na sodaachisa ree?

Inni guyyaa rakkinnaa

mana ifii keessatti na hin eega;

Dunkaanii Woyyittii ifii keessatti na hin dhossa;

rassaa irratti ol na hin baasa.

Waaqi Nu Woliin Jira
Faaruu ilmaan Qoraahii, sooressa faarfattootaatiif, ta qoonqoo durraatiin faarfatane.

Waaqi addee itti baqannu;

inni hunna teenna;

yennaa rakko’oo inni guddoo nu qarqaara.

Tanaaf latti yoo tachoote,

gaarri gara qilee abbaaya’aa yoo bu’e,

bisaan yoo shookkisee hoomachowe,

raafamiisa isaatiin

gaaroti yoo hollatanelle nuuti hin sodaannu.

Mootiin Waan Maraa

na woliin jira; ani hin sodaadhu;

nami maan na godhuu dande’a?

Confiar e não temer

Quando o medo chegar, confie em Deus. O Senhor é escudo e refúgio — Ele acalma tempestades e silencia todo medo.

Ani yennaa sodaadhu,

si’itti addadha.

Ani yennaa sodaadhu,

si’itti addadha.

Ani yennaa sodaadhu,

si’itti addadha.

Ani yennaa sodaadhu,

si’itti addadha.

Marroo jecha isaatiif, isa leellifadha;

ani Waaqatti addadha; hin sodaadhu;

nami foonii maan na godhuu dande’a?

Marroo jecha isaatiif, isa leellifadha;

ani Waaqatti addadha; hin sodaadhu;

nami foonii maan na godhuu dande’a?

Marroo jecha isaatiif, isa leellifadha;

ani Waaqatti addadha; hin sodaadhu;

nami foonii maan na godhuu dande’a?

Gadhaan kiyya na sodaateera;

bararaqi du’aa natti bu’eera.

Soda’aa fi hollatiisi na qabataneeran;

guddoo sheephiseera.

Ba’aa teeti Mootii Waan Maraa irratti buufadhu;

inni si utuba;

inni worra balchoolee

ijjumaa akka raafamanu hin godhu.

Ani gara Mootii Waan Maraa daadimadhee,

innille deebii naa kenne;

waan sodaadhu mara jalaa na baase.

Ani gara Mootii Waan Maraa daadimadhee,

innille deebii naa kenne;

waan sodaadhu mara jalaa na baase.

Ani gara Mootii Waan Maraa daadimadhee,

innille deebii naa kenne;

waan sodaadhu mara jalaa na baase.

Não temas — Eu estou contigo

Deus repete: não temas, porque eu sou contigo. Ele segura nossa mão direita e nos fortalece em cada situação de medo.

Ani si woliin waan jiruuf hin sodaatin!

Ani Waaqa keeti waan te’eef hin rifatin!

Ani si hin jabeessa; si hin qarqaara;

harka kiyya middicha balchichaan ol si hin qaba.

Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keeti,

ka harka keeti middicha qabee,

‹Hin sodaatin; ani si qarqaara› jedhu.

Worra gadhaan isaanii soda’aan qabameen,

«Jabaadha’a; hin sodaatina’a!

Kunoo, Waaqi keessan diinota keessan haluu bayiisaaf,

yakkaa isaan isin irratti hujaneef

gatii isaan kaffalchiisiisaaf,

isin ammoo fayyisiisaaf hin dhufa» jedha’a.

Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, ‹Addee ati dhaxxu maratti si woliin waan jiruuf jabaadhuu, jajjabaadhu, hin sodaatin, hin nayinille’e!› jedhee si ajajee hin jiruu?» jedhe.

Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, ‹Addee ati dhaxxu maratti si woliin waan jiruuf jabaadhuu, jajjabaadhu, hin sodaatin, hin nayinille’e!› jedhee si ajajee hin jiruu?» jedhe.

Mootiin Waan Maraa ifiifuu si’iin dura hin deema; si wolille’een hin jiraata; inni ijjumaa si hin lakkisu yookiin si hin gatu; hin sodaatin; addii hin kutatin» jedhe.

Mootiin Waan Maraa ifiifuu si’iin dura hin deema; si wolille’een hin jiraata; inni ijjumaa si hin lakkisu yookiin si hin gatu; hin sodaatin; addii hin kutatin» jedhe.

Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin woliin waan jiruuf, jabaadha’a; jajjabaadha’a; isaan hin sodaatina’a yookiin hin bararaqina’a; inni isin hin lakkisu yookiin isin hin gatu» jedhe.

Ani si baasiisaaf si woliin waan jiruuf, isaan hin sodaatin» jedhe.

Paz que vence o medo

A paz de Cristo e a confiança no Pai celestial dissipam todo temor. Jesus disse: não se turbe o vosso coração, nem se atemorize.

«Nageya isin bira keya; nageya kiyyalle isiniif hin kenna. Nageenni ani isinii kennu, nageya akka biyyi lafaa isinii kennituutii moti. Gadhaan keessan hin raafamin; hin sodaatinille’e.

«Nageya isin bira keya; nageya kiyyalle isiniif hin kenna. Nageenni ani isinii kennu, nageya akka biyyi lafaa isinii kennituutii moti. Gadhaan keessan hin raafamin; hin sodaatinille’e.

Karaan Gara Abba’aa Geessu Yesuus

Yesuus barattoota ifiitiin, «Gadhaan keessan hin raafamin, Waaqatti dhugeeffadha’a; analle’etti dhugeeffadha’a!

Maarre daadimataan, gaaffi’ii fi galataan waan mara Waaqatti beessisa’a malee waan tokkolle’eef hin yaadina’a. Nageenni Waaqaa ka hubantii namaa mara caalu, karaa Yesuus Kiristoosiitiin gadha’aa fi qalbii teessan hin eega.

Waan Waaqi isiniif yaaduuf, waan isin yaachisu duudii isa irratti gata’a.

Worra foon namaa ijjeesu, ammoo ka lubbuu ijjeesuu hin dandeenne hin sodaatina’a; irraa caalaa, qilee keessatti lamaanuu foonii fi lubbuulle ka balleessuu dande’u Waaqa sodaadha’a.

Sinbirrooti didiqqoon lamaan saantimii tokkotti hin gurguramanii motii? Fedhii Abbaa keessan ka ol-gubbaa jiruutiin malee sinbirroota san keessaa takkaalle lafa hin buutu. Isin rifeensi mataa keessaniituu marti laakkowameera. Maarre hin sodaatina’a; isin sinbirroota didiqqoo hedduu caalaa gatii qaddan» jedhe.

Coragem e segurança

O Senhor é meu pastor, nada me faltará. Mesmo no vale da sombra da morte, não temerei mal algum, porque Tu estás comigo.

Ani dhooqa gaaddisa du’aa keessa yoo ideemelle,

ati waan na woliin jirtuuf,

Ani waan hantuu natti dhuttu hin sodaadhu.

Uleen teetii fi borjoon teeti na jajjabeessan.

Ani dhooqa gaaddisa du’aa keessa yoo ideemelle,

ati waan na woliin jirtuuf,

Ani waan hantuu natti dhuttu hin sodaadhu.

Uleen teetii fi borjoon teeti na jajjabeessan.

Ati waan halkan nama sodaachisu,

daaya guyya’aan namatti darbatamu

yookiin dhukkuba hamaa halkaniin deemu,

yookiin balaa guyyaa wodhakkaa

nama balleessu hin sodaattu.

Akkuma abbaan ijoollee ifiitiif gadhaa laafu,

maarre Mootiin Waan Maraalle

worra isa sodaatuuf gadhaa laafa.

Dhugumaan inni ijjumaa hin raafamu;

nami balchaan haga bara baraa hin qaabatama.

Inni oduu hantuu hin sodaatu;

Mootii Waan Maraatitti waan addatuuf,

gadhaan isaa hin mamu.

Ani ajaja keeti muummessiisa

waan barbaaduuf,

bilisaan hin ideema.

Exemplos de coragem

Gideão, Josué, Eliseu e os apóstolos enfrentaram o medo pela fé. Deus encorajou cada um deles pessoalmente.

Gondooroo Waaqi Abraam Woliin Gondoore

Wonni kun teeteen duuba, jechi Mootiin Waan Maraa mudhi’iin gara Abraamii dhufee, «Abraam, hin sodaatin, ani wontee teeti; ani gatii guddoo si’iif hin kenna» jedhe.

Boruyyaa barii ganama tajaajilaan nama Waaqaa Elsaa’ii ka’ee yennaa gad baye, loltooti fardo’ootii fi garreettaa fardaan harkifamuu qachaa marsiteertuun dhaggee, nama Waaqaa Elsaa’i’iin, «Hoola! Goottaa kiyya! Maan goonu nuu woyya?» jedhee gaafate.

Elsaa’ille, «Hin sodaatin; worra isaan woliin jiru caalaa worra nu woliin jirutti caala» jedheen. Achiin duuba Elsaa’i, «Ee Mootii Waan Maraa! Akka inni dhaggu ila isaa bani!» jedhee daadimate; Mootiin Waan Maraa ila tajaajilaa Elsaa’ii waan baneef, tajaajilaan sun fardoo ibiddaa heddu’uu fi garreettaan fardaan harkifamu ka ibiddaa hedduun kooba guuttee adaala Elsaa’ii mara jirtuun dhagge.

Yesuus hoboloo san keessa gara duubaatiin boraafatee rafeeraayyu. Barattooti isaa isa dammassanee, «Barsiisa’a! Yoo nu dhumannu womaa si hin dhibuu!» jedhane.

Yesuus dammaqee bubbee saniin, «Cadhisi!» jedhee xixe. Danbalii bisaaniitille’een, «Sarmi!» jedhe. Bubbeen cadhinnaan, cadheessi guddaan te’e. Achiin duuba barattoota ifiitiin, «Maaf guddoo sodaattane? Haga ammaa dhugeeffannaa hin qaddanuu?» jedhe.

Yesuus bisaan gubbaa ideemuun barattooti yennaa dhaggane, ekeraa seyanee iyyane. Isaan maraa yennaa isa dhaggane bararaqane. Yesuus ammoo yennuma san, «Jabaadha’a! Wonni Ana; hin sodaatina’a!» isaaniin jedhe.

Ergantichi Waaqaa isi’iin, «Maariyaam, hin sodaatin! Waaqi si badhaaseera. Ati ulfoottee ilma hin deetta; maqaa isaalle Yesuus jettaan.

Durummaa Ol-gubba’aa

«Gumii diqqo’o, Abbaan keessan mootummaa ifii isinii kenniisaaf waan jaalateeruuf, hin sodaatina’a.

Yennaa ani si waammadhe,

ati na bira dhuttee, «Hin sodaatin!» naan jette.

Jaalala beese’ee irraa if qusadha’a; wonni isin qaddanu isin gewuu ti. Waaqi, «Ani ijjumaa si hin lakkisu, ijjumaa si hin gatu» jedheera. Maarre sodaa malee,

«Goottaan gargaaraa kiyya,

ani hin sodaadhu;

nami maan na godhuu dande’a ree?» hin jenna.

Maarre sodaa malee,

«Goottaan gargaaraa kiyya,

ani hin sodaadhu;

nami maan na godhuu dande’a ree?» hin jenna.

Ijoolleen tun namoota foonii fi dhiiga qabanu akkuma te’ane, Yesuusille du’a ifiitiin, Seexana du’a irratti baallii qabu balleessiisaaf, akkuma isaanii nama te’e. Akkasuma worra du’a sodaatiisaan bara ifii duudii garbummaa jala turelle bilisa baase.

Muuseen kolbaa saniin, «Hin sodaatina’a! Sodaan Waaqaa isin bira jiraattee, cubbuu hujiisa irraa akka isin eedduuf, Waaqi haga isin ilaaliisaaf dhufeera» jedhe.

Atille ilma namaa! Isaanii fi jecha isaaniille hin sodaatin; qore’ee fi qumi’uuduu woliin jiraatanulle, makka irra yoo teettelle hin sodaatin. Isaan worra finqilaa waan te’aneef, ati waan isaan siin jedhanu hin sodaatin; isaan si hin rifachiisin.

«Ee lafa, hin sodaatin.

ani Waaqi waan guddoo waan sii godheef,

gammadii firinxiix!

Worra waan hantuu huju malee, worri waan dansaa huju bulchitoota hin sodaatanu. Ati worra baallii qabu akka hin sodaanne barbaaddaa? Waan dansaa huji; galatalle isaan irraa hin dhaggatta.

Worri na dhage’u ammoo,

nageyaan le’a;

waan hantuu adoo hin sodaatin,

bidhaa malee jiraata» jetti.

Nama sodaatiis tiyyoo keessa nama seensisa;

nami Mootii Waan Maraatitti addatu ammoo nageyaan le’a.

Yennaa irkattu hin sodaattu;

yennaa rattulle

hirriibi keeti mi’owaa hin te’a.

Waan dansaa hujiisaan rakkoo yoo fudhattanelle eebba hin dhaggattan; sossodaachisiisa namaa hin sodaatina’a; hin raafaminaalle’e.

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-