Medo
O medo é uma das emoções mais paralisantes. Mas a Bíblia repete mais de 300 vezes: 'Não temas.' O perfeito amor lança fora o medo, porque Deus está conosco.
O antídoto contra o medo
No amor não existe medo; o perfeito amor lança fora o medo. O medo tem a ver com castigo, mas quem ama está em Deus.
Jaalala keessa sodaan hin jiru. Sodaan waan adabbii wajjin wal qabatee jiruuf jaalalli mudaa hin qabne sodaa of keessaa baasee gata. Namni sodaatu tokko jaalalli isaa guutuu miti.

Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii.
Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii.
Isin Hafuura ilmummaa isa nu ittiin, "Aabbaa, yaa Abbaa" jennee waammannu sana argattan malee Hafuura garbummaa kan gara sodaatti isin deebisu hin arganne.

Deus é refúgio
O Senhor é a minha luz e minha salvação — de quem terei medo? Ele é fortaleza da minha vida — de quem me recearei?
Waaqayyo ibsaa kootii fi fayyina koo ti;
ani eenyunan sodaadha?
Waaqayyo daʼoo jireenya kootii ti;
eenyutu na sodaachisa?

Inni guyyaa rakkinaa
iddoo ofii jiraatu na kaaʼataatii;
daʼoo dunkaana isaa jala na dhoksa;
kattaa gubbaattis ol na baasa.
Waaqni daʼoo fi jabina keenya;
inni gargaarsa yeroo hunda rakkina keessatti nu wajjin jiruu dha.
Kanaafuu yoo lafti raafamtee
tulluuwwanis garaa galaanaa keessa gadi buʼan iyyuu nu hin sodaannu.
Utuu bishaan isaas huursee hoomachaaʼee
tulluuwwanis raafama isaatiin sochoʼan iyyuu nu hin sodaannu.
Waaqayyo na wajjin jira; ani hin sodaadhu;
namni maal na gochuu dandaʼa?
Confiar e não temer
Quando o medo chegar, confie em Deus. O Senhor é escudo e refúgio — Ele acalma tempestades e silencia todo medo.
Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
Ani yommuun sodaadhutti sin amanadha.
Waaqa ani dubbii isaa jajadhu,
Waaqa nan amanadha; homaa hin sodaadhu.
Namni duʼa hin oolle maal na gochuu dandaʼa?

Lapheen koo na keessatti dhiphatte;
sodaan duʼaas na qabate.
Sodaa fi hollannaan natti dhufeera;
naasuunis na fudhateera.
Yaaddoo kee Waaqayyotti kennadhu;
inni si jiraachisa;
namni qajeelaan akka jeqamus hin godhu.
Waaqayyoon nan barbaaddadhe; innis deebii naa kenne;
sodaa koo hunda keessaas na baase.
Waaqayyoon nan barbaaddadhe; innis deebii naa kenne;
sodaa koo hunda keessaas na baase.
Waaqayyoon nan barbaaddadhe; innis deebii naa kenne;
sodaa koo hunda keessaas na baase.
Não temas — Eu estou contigo
Deus repete: não temas, porque eu sou contigo. Ele segura nossa mão direita e nos fortalece em cada situação de medo.
Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;
hin raafamin; ani Waaqa keetii.
Ani sin jabeessa; sin gargaaras;
ani harka koo mirgaa qajeelaa sanaan hirkisee ol sin qaba.

Ani Waaqayyo Waaqni kee
harka kee mirgaa nan qabaatii;
inni, ‘Hin sodaatin;
ani sin gargaaraa’ siin jedhus anuma.
warra garaan isaanii sodaatuun akkana jedhaa:
"Jabaadhaa; hin sodaatinaa;
Waaqni keessan ni dhufa;
inni haaloo baasuuf dhufa;
gatii malu qabatee
isin oolchuuf ni dhufa."
Ani akkana jedhee si hin ajajnee? Cimi; ija jabaadhus. Waan Waaqayyo Waaqni kee iddoo ati deemtu hundumatti si wajjin taʼuuf, hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Ani akkana jedhee si hin ajajnee? Cimi; ija jabaadhus. Waan Waaqayyo Waaqni kee iddoo ati deemtu hundumatti si wajjin taʼuuf, hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Waaqayyo mataan isaa si dura ni deema; si wajjinis ni jiraata; inni si hin dhiisu yookaan si hin gatu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Waaqayyo mataan isaa si dura ni deema; si wajjinis ni jiraata; inni si hin dhiisu yookaan si hin gatu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Cimaa; jabaadhaa. Waaqayyo Waaqni keessan isin wajjin deemaatii isin sababii isaaniitiif jettanii hin sodaatinaa yookaan hin rifatinaa; inni gonkumaa isin hin dhiisu yookaan isin hin gatu."
Ati jara hin sodaatin; ani si baasuuf si wajjinan jiraatii" jedha Waaqayyo.
Paz que vence o medo
A paz de Cristo e a confiança no Pai celestial dissipam todo temor. Jesus disse: não se turbe o vosso coração, nem se atemorize.
Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.
Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.
"Garaan keessan hin raafamin. Waaqatti amanaa; nattis amanaa.
Waan hundumaa keessatti Waaqa kadhachuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Waaqatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa. Nagaan Waaqaa kan hubannaa hundaa ol taʼe sun karaa Kiristoos Yesuusiin qalbii fi yaada keessan ni eega.

Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hunda isa irra kaaʼadhaa.
Warra foon malee lubbuu ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa. Qooda kanaa Isa gahaannam keessatti foonii fi lubbuu balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.
Daaloteen lama saantima tokkotti gurguramu mitii? Isaan keessaa garuu tokko iyyuu fedhii Abbaa keessanii malee lafa hin buutu. Rifeensi mataa keessanii hundis lakkaaʼameera. Kanaaf hin sodaatinaa; isin daalotee hedduu caalaa gatii qabduutii.
Coragem e segurança
O Senhor é meu pastor, nada me faltará. Mesmo no vale da sombra da morte, não temerei mal algum, porque Tu estás comigo.
Ani yoon sulula gaaddisa duʼaa keessa deeme illee
ati waan na wajjin jirtuuf, homaa hin sodaadhu;
uleen keetii fi bokkuun kee na jajjabeessu.
Ani yoon sulula gaaddisa duʼaa keessa deeme illee
ati waan na wajjin jirtuuf, homaa hin sodaadhu;
uleen keetii fi bokkuun kee na jajjabeessu.
Atis naasuu halkanii,
yookaan xiyya guyyaan futtaafamu hin sodaattu;
golfaa dukkana keessa deemu,
yookaan dhaʼicha guyyaa saafaan nama balleessu hin sodaannu.
Akkuma abbaan ijoollee isaatiif garaa laafu,
Waaqayyo warra isa sodaataniif garaa ni laafa;
Dhugumaan inni gonkumaa hin raafamu;
namni qajeelaan bara baraan yaadatama.
Inni oduu hamaa hin sodaatu;
garaan isaas Waaqayyoon amanachuudhaan jabaatee dhaabata.
Ani ajaja kee waanan barbaaduuf,
bilisummaadhaan nan deddeebiʼa.
Exemplos de coragem
Gideão, Josué, Eliseu e os apóstolos enfrentaram o medo pela fé. Deus encorajou cada um deles pessoalmente.
Kana booddee dubbiin Waaqayyoo mulʼataan gara Abraam dhufee akkana jedhe;
"Yaa Abraam hin sodaatin;
ani gaachana keetii fi
gatii kee guddicha."
Yommuu tajaajilaan nama Waaqaa sanaa guyyaa itti aanu ganama bariin gad baʼetti humni waraanaa tokko fardeenii fi gaariiwwaniin magaalaa sana marsee ture. Tajaajilaan sunis, "Wayyoo kaa, yaa gooftaa ko, maal goonu?" jedhee gaafate.
Raajiin sun immoo, "Hin sodaatin; warri nu wajjin jiran warra isaan wajjin jiran caalaniitii" jedhee deebise.
Elsaaʼis, "Yaa Waaqayyo, akka inni arguu dandaʼuuf ija isaa baniif" jedhee kadhate. Waaqayyos ija tajaajilaa sanaa ni bane; innis milʼatee akka gaarran sun naannoo Elsaaʼitti fardeenii fi gaariiwwan ibiddaatiin guutamanii jiran ni arge.
Yesuusis bidiruu sana keessa karaa duubaa boraatii tokko irra rafaa ture. Barattoonnis isa dammaqsanii, "Yaa barsiisaa, dhumuun keenya homaa si hin dhibuu?" jedhaniin.
Innis kaʼee bubbee sana ifate; dambalii sanaanis, "Calʼisi! Gab jedhis!" jedhe. Bubbeen sunis ni calʼise; tasgabbiin guddaanis ni taʼe.
Innis barattoota isaatiin, "Isin maaliif akkana sodaattu? Isin amma iyyuu amantii hin qabdanii?" jedhe.
isaan garuu yommuu galaana irra deemuu isaa arganitti ekeraa seʼanii iyyan; isaan hundi isa arganii akka malee naʼaniitii.
Inni immoo, "Jabaadhaa! Anumaatii hin sodaatinaa" jedhee yommusuma isaanitti dubbate.
Ergamichi garuu akkana isheedhaan jedhe; "Yaa Maariyaam, hin sodaatin; ati Waaqa biraa surraa argatteertaatii. Kunoo ni ulfoofta; Ilmas ni deessa; maqaa isaas Yesuus jettee moggaafta.
"Isin karra xinnoo nana, hin sodaatinaa; Abbaan keessan mootummaa isinii kennuu jaallateeraatii.
Yeroo ani si waammadhetti ati natti dhiʼaattee
"Hin sodaatin" naan jette.
Jireenya keessan jaalala maallaqaa irraa jabeessaa eeggadhaa; wanni qabdan isin haa gaʼu; Waaqni,
"Ani gonkumaa si hin dhiisu;
gonkumaas si hin gatu"
jedheeraatii. Kanaaf nu ija jabinaan,
"Gooftaan gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu.
Namni maal na gochuu dandaʼa?" jenna.
Kanaaf nu ija jabinaan,
"Gooftaan gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu.
Namni maal na gochuu dandaʼa?" jenna.
Sababii ijoolleen sun foonii fi dhiiga qabaniif, Yesuusis duʼa ofii isaatiin diiyaabiloos isa duʼa irratti humna qabu sana balleessuuf jedhee namummaa isaanii qoodate; innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duʼaatiin hidhamanii turan bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe.
Museen immoo saba sanaan, "Hin sodaatinaa. Akka Waaqa sodaachuun isin wajjin jiraatee cubbuu hojjechuu irraa isin eeguuf jedhee Waaqni isin qoruuf dhufeera" jedhe.
Yaa ilma namaa, ati isaan yookaan dubbii isaanii hin sodaatin. Sokorruu fi qoraattiin si marsus, torbaanqabaa gidduu jiraattus hin sodaatin. Isaan mana fincilaa taʼan iyyuu ati waan isaan dubbatan hin sodaatin yookaan isaan si hin rifachiisin.
Yaa biyya Yihuudaa, hin sodaatin;
gammadiitii ililchi.
Waaqayyo dhugumaan waan guddaa hojjeteera!
Bulchitoonni warra waan hamaa hojjetan malee warra waan gaarii hojjetan hin sodaachisan. Ati akka nama taayitaa qabu hin sodaanne ni barbaaddaa? Egaa waan gaarii hojjedhu; inni iyyuu si galateeffataatii.
namni na dhaggeeffatu kam iyyuu garuu nagaadhaan jiraata;
inni qabbanaan jiraata; wanni hamaanis isa hin sodaachisu."
Nama sodaachuun kiyyoo namatti taʼa;
kan Waaqayyoon amanatu garuu nagaadhaan jiraata.
ati yoo raftu hin sodaattu;
hirribni kees yoo ati raftu sitti miʼaawa.
Garuu yoo qajeelummaaf jettanii dhiphattan isin eebbifamoo dha. "Sodaachisuu isaanii hin sodaatinaa; hin jeeqaminaas."