Namoro
O namoro cristão deve ser vivido com sabedoria, pureza e propósito. A Bíblia orienta sobre escolher um cônjuge, guardar o coração e honrar a Deus em todo relacionamento.
Guardar o coração
Sobre tudo o que se deve guardar, guarda o teu coração, porque dele procedem as fontes da vida. O namoro exige vigilância e sabedoria.
Maddi jiruu teetii qalbii waan teeteef,
waan mara caalaa
qalbii teeti eegadhu.
Worra Hin Dhugeeffanne Woliin Hin Xaxamina’a
Worra hin dhugeeffanne woliin hin xaxamina’a. Balchumma’aa fi cubbuun attam wol qabatuu dande’an? Ifaa fi dukkanti attam woliin jiraatuu dande’an? Kiristoosii fi Seexanni attam wolii galuu dande’an? Nami dhugeeffatuu fi nami hin dhugeeffanne maan woliin qaba?
Nami lama woliin deemiisaaf adoo wolii hin galin
karaa hin deemanii?
Hin gowwoomina’a. «Hari’aan badduun amala dansaa balleessiti».
Pureza e santidade
O corpo é templo do Espírito Santo. A Bíblia nos chama a fugir da imoralidade e esperar no amor com paciência e respeito mútuo.
Sagaagalummaa irraa fagaadha’a. Cubbuun dhibiin nami huju nafa namaa hin tuxxu; nami sagaagalu ammoo nafa ifii irratti cubbuu huja. Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te’e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti. Waaqi gati’iin isin bitate. Maarre nafa keessaniin Waaqa ulfeessa’a.
Nami dhibiin, «Sagaleen gadha’aaf, gadhaalle sagale’eef» jedhuu dande’a. Waaqi ammoo waan kana lamaanuu hin balleessa. Nafi keenna Goottaa tajaajilu’uuf, Goottaalle nafa kunuunsu’uuf malee, nafa sagaagalaaf itti fayyadamuu hin qannu.
Ifi qabatiisa yoo dadhabane ammoo, addee halchaa fooniitiin gubatanu fuudhuu woyya.
Ee, dubartoota Yerusaalemii,
jaalalleen kiyya haga inni fedhuma ifiitiin ka’utti,
akka isa hin dammassine,
ani isin kadhadha.
Faaruu Jayeesso’oo
Dubartooti Jaaloti Waajibitti’ii
Fuudhaa fi heerum nama mara biratti ulfinna qabaatuu ti; Waaqi worra sagaagaluu fi worra gaarayyeeffatutti waan muruuf, abbaan manaatii fi haati manaa woliif addatamanuu ti.
A esposa prudente vem do Senhor
Deus criou o homem e a mulher para completarem-se. A casa e os bens são herança dos pais, mas a esposa prudente vem do Senhor.
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi, «Namichi qofii ifii te’uun dansa’aa moti; ani waa’ela qarqaartuu isaa, isaaf hin dada» jedhe.
Manaa fi durummaa worra irraa dhaalan;
haati manaa qalbittiin ammoo
kennansa Mootii Waan Maraa ti.
Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju’uun wolitti hidhu uffadha’a.