Pular para o conteúdo
Publicidade

Nova criatura

Por Bíblia Online

Em Cristo somos nova criação. O velho se foi, tudo se fez novo. A transformação não é reforma — é renascimento completo pelo poder do Espírito Santo.

Novas criaturas em Cristo

Se alguém está em Cristo, nova criação é. As coisas velhas passaram e eis que tudo se fez novo. A transformação é radical e total.

Tanaaf eennulle Kiristoosiin yoo jiraate inni dada haareya; dadi dullattiin tartee, dadi haaretti dhutteerti.

Dada haareya te’iisa malee, haqanqabaa qabatiisii, yookiin haqanqabaa qabatiisa dhabiisi womaayyuu moti.

Nuuti hujii harka isaa waan teeneef, hujii inni duraan dursee qopheesse akka hunyuuf, Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin hujii dansa’aaf nu dade.

Ka barcumaa mootumma’aa irra tee’eeru sunille, «Kunoo, ani waan mara haareya godha!» jedhe; itti dabaleelle, «Jechi kun addatama’aa fi dhugaa waan te’eef barreessi» naan jedhe.

Despir o velho e vestir o novo

Somos chamados a despir o velho homem e vestir o novo, criado segundo Deus em justiça e santidade provenientes da verdade.

Le’ii dullattii dur le’aa turtane, ta halchaa sobaatiin badde san ifi irraa gata’a. Ayyaana qalbii teessaniitiin haareffama’a. Jiruu haareya, balchumma’aa fi woyyummaa dhuga’aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha’a.

Namummaa dullacha hujii isaa woliin ifi irraa baattanee waan gattaneertanuuf, dhara wolitti hin dubbatina’a. Namummaa haareyalle uffattaneertan; isiille ta akka guutuma guutu’utti isa beettanuuf, Waaqi isii dade fakkeenna ifiititti haaressiisatti jiru.

Yennaa cuuphamaan isa woliin awwaalanne, worra du’a isaalle qoodamu teeneerra; tanaaf akkuma Kiristoos ulfinna Abba’aatiin du’aa ka’e, nuutille jiruu haareyaan hin jiraanna.

Du’a isaatiin yoo akkas isa woliin tokko teene, du’aa ka’iisa isaatille’een isa woliin tokko hin teena. Le’iin teenna cubbaalettiin akka badduu fi garboolee cubbu’uu te’iis keenna akka hafuuf, nafi keenna dullachi Kiristoos woliin akka fannifame hin beenna. Nami du’e hunna cubbu’uu jalaa bilisa bayeera.

Maarre haganaa achi Kiristoos ana keessa le’a malee, ani ifiif hin le’u. Le’ii amma fooniin le’ulle, Ilma Waaqaa ka ana jaalatee, ifi dabarsee naaf kennetti dhugeeffatiisaan le’a.

Coração e Espírito novos

Deus promete dar um coração novo e um espírito novo. Pelo novo nascimento somos feitos participantes da natureza divina.

Ani akka isaan ijjumaa naaf addatamanu gadhaa addatamumma’aa isaaniif hin kenna; qalbii haareyalle isaan keessa hin keya. Gadhaa isaanii ka akka dhaka’aa isaan keessaa baasee, gadhaa isaanii ka foonii isaaniif hin kenna. Achiin duuba isaan ajaja kiyya hin muummessan; seera kiyyalle hin eegatan; isaan kolbaa tiyya hin te’an; anille Waaqa isaanii hin te’a.

Yesuus, «Ani dhugaa sitti hima; eennulle yoo lammeessoo hin dhalatin mootummaa Waaqaa dhagguu hin dande’u» jedhee deebise.

Ulfinnaa fi dansummaa isaatiin, waadaa isaa ka akka malee gudda’aatii fi ka gatii gudda’aa dhagganneerra; karaa waan kanaatiin, sababa halchaa baddu’uutiin ta kaate, badii biyya lafaa keessa jirtu jalaa baatanee, amala Waaqumma’aa worra qoodamu teetaneertan.

«Waan durii dedha’a;

waan dabare hin yaadina’a.

Kunoo, ani waan haareya hin godha;

isiin ammuma hin teeti;

isin hin hubatanuu?

Ani goomolee keessatti karaa,

lafa godduu keessalle’etti bisaan hin baasa.

Seja o primeiro